Gamaggama Raawwii Hojii Paartii fi Misoomaa Bara 2018 fi Orranteeshinii Karooraa Bara 2019 Gaggeessameen, Konkolaachistoota raawwii hojii fooyya'aa galmeessaniif badhaasnifi waraqaa beekkamtii laatameefi jira.
Kanaanis; 1. Konkolaachisaa Mahmud M/d 2.Konkolaachisaa Alii Muusaa 3. Konkolaachisaa Sayid Alii 4. Konkolaachisaa Enjuu yoo ta'an
Addatti immoo Konkolaachistoota badhaasamoo addaa ta'an; 1. Konkolaachisaa Ammee Alikkee= Qarshii 200,000/( Kuma Dhibba Lama) 2. Konkolaachisaa Yeshixilaa Kabbadaa/ Abbush/ Smart Mobile badhaasamaniiru.