Gamaggama Raawwii Hojii Paartii fi Misoomaa Bara 2018 fi Orranteeshinii Karooraa Bara 2019 Gaggeessameen, Gandoota Hojii Inisheetivii Misooma Qamadii Hojirra Oolchuufi Deeggarsa Gargaartummaatiin Raawwii fooyya'aa galmeessan jedhamaniif waraqaa beekkamtii laatameefi jira.
Kanaanis Misooma Qamadiii bara 2018 Gandoonni fooyyee argamsiisan Wasaqurqur Izgiyee fi Baalcii beekkamtii wal fakkaatan yoo laatamuuf
Deeggarsa deggartummaatiin; 1. Wasanqurqur= 2. Muxxee-Facaa= 3. Baalcii=
Akkasuma badhaasa addaatiin Gandi badhaasama addaa ta'uu danda'eera.