Gamaggama Raawwii Hojii Paartii fi Misoomaa Bara 2018 fi Orranteeshinii Karooraa Bara 2019 Gaggeessameen, Gandoota raawwii fooyya'aa galmeessaniif badhaasnifi waraqaa beekkamtii laatameefi jira.
Kanaanis; 1. Gandi Magaalaa Baxxee= 🥇🏆 2. Gandi Funyaan-Danbii= 🥈🏆 3. Ganda Wasanqurqur= 🥉