Logo

Kominikeeshinii Mootummaa Jiillee Dhummuugaa

Logo
Kominikeeshinii Mootummaa Jiillee Dhummuugaa
Updates

Oduuwwan Haaraa

Gabaasa mootummaa, pirojektoota misoomaa, fi oduu fi odeeffannoo haaraa qoradhu.

Aug 16, 2026

𝐁𝐮𝐥𝐜𝐡𝐢𝐢𝐧𝐬𝐚 𝐆𝐨𝐝𝐢𝐧𝐚 𝐒𝐚𝐛𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐆𝐚𝐧𝐝𝐚 𝐆𝐚𝐚𝐫𝐢𝐫𝐨𝐨𝐭𝐭𝐢; Marii Dhimma Nageenyaa fi Misoomaa irratti xiyyeeffate hawaasa bal'aa waliin mariin gadi fageenyaan guyyaa har'aa mari'atamee jira.

𝐁𝐮𝐥𝐜𝐡𝐢𝐢𝐧𝐬𝐚 𝐆𝐨𝐝𝐢𝐧𝐚 𝐒𝐚𝐛𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐆𝐚𝐧𝐝𝐚 𝐆𝐚𝐚𝐫𝐢𝐫𝐨𝐨𝐭𝐭𝐢; Marii Dhimma Nageenyaa fi Misoomaa irratti xiyyeeffate haw...

Caalaatti Dubbisi
Aug 15, 2026

𝗠𝗮𝗴𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗦𝗮𝗻𝗯𝗮𝘁𝗲𝗲𝘁𝘁𝗶 𝗗𝘂𝘂𝗹𝗹𝗶 𝗤𝘂𝗹𝗾𝘂𝗹𝗹𝗶𝗻𝗮 𝗠𝗮𝗴𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗚𝗮𝗴𝗴𝗲𝗲𝗳𝗳𝗮𝗺𝗲

𝗠𝗮𝗴𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗦𝗮𝗻𝗯𝗮𝘁𝗲𝗲𝘁𝘁𝗶 𝗗𝘂𝘂𝗹𝗹𝗶 𝗤𝘂𝗹𝗾𝘂𝗹𝗹𝗶𝗻𝗮 𝗠𝗮𝗴𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗚𝗮𝗴𝗴𝗲𝗲𝗳𝗳𝗮𝗺𝗲Magaalaa Sanbatee Qulqulluu, Bareedduu fi Jiraattotaaf mijatt...

Caalaatti Dubbisi
Media

Viidiyoowwan Haaraa

Viidiyoowwan haaraa kallattiin chaanaalii Yuutuubii keenya irraa daawwadhaa.

Ethiopia || Wollo oromo

Ethiopia #Wollooromo #kamiseeoromo #wollokamisee #oromomusic #music #ethiopianculture.

Ethiopia || Wollo oromo

wollomusic #ethiopia #ethiopianmusic #wollooromo #oromomusic #oromo.

Daawwannaa Pirojektii Bishaan Dhugaatii

Daawwannaa Pirojektii Bishaan Dhugaatii fi Haala Hojii Isaa ​Pirojektiin bishaan dhugaatii kun ha...

አላላ ፓፓዬ ክላስተር-ችግኝ ተከላ መርሃ-ግብር

አላላ ፓፓዬ ክላስተር-ችግኝ ተከላ መርሃ-ግብር #አትክልትልማት #አረንጓዴአሻራ #ግብርናልማት #addisababa ...

Hojiiwwan Tola Ooltummaa Bara 2018

በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ በመካሄድ ላይ ያለው የ2018 ዓ.ም በጎ ፈቃድ ስራዎች #Oromozone#wollomusic #amharamedia ...

Sagantaa Eebba Milishaa Bulchiinsa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Kilaastera Baxxee

Sagantaa Eebba Milishaa Bulchiinsa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Kilaastera Baxxee Adoolessa 06/2018 A...

ሚሊሻ ለሰላማችን!

በጆሌ ጥሙጋ ወረዳ በአራት ክላስተሮች እየተሰጠ ያለው አዲስ የሚሊሻ አባላት ስልጠና።

Dubartoota miidhaman hojiin deeggaruu

Dubartoota miidhaman hojiin deeggaruu #ethiopia #news #addisababa #amhara #oromo #አብይአህመድ.

Marii Nageenyaa Bulchiinsota Ollaa Gidduutti Adeemsifame

Marii Nageenyaa Bulchiinsota Ollaa Gidduutti Adeemsifame.

Bulchiinsa Magaalaa Sanbateetti Dhimmoota Haala Yeroo fi Nageenyaa Irratti Mariin Gaggeeffamee

Bulchiinsa Magaalaa Sanbateetti Dhimmoota Haala Yeroo fi Nageenyaa Irratti Mariin Gaggeeffamee #n...

እንስሳትና አሣ ሃብት ልማት ጽ/ቤት ከሰቆጣ ቃልኪዳን ፕሮግራም ጋር በመተባበር የዶሮ ድጋፍ

እንስሳትና አሣ ሃብት ልማት ጽ/ቤት ከሰቆጣ ቃልኪዳን ፕሮግራም ጋር በመተባበር የዶሮ ድጋፍ #ethiopia #news ...

Deeggarsa lukkuu Sagantaa Waadaa Seqoṭaa

Deeggarsa lukkuu Sagantaa Waadaa Seqoṭaa #ethiopia #news #amhararegion #seqotadeclaration #ሰቆጣ ቃል...

በ6ኛ እና 8ኛ ክፍል ክልላዊ ፈተና ለባለድርሻ አካላት ኦሬንቴሽን ተሰጠ

በ6ኛ እና 8ኛ ክፍል ክልላዊ ፈተና ለባለድርሻ አካላት ኦሬንቴሽን ተሰጠ #ethiopia #amhararegion #news.

አቶ አልይ ሰይድ-የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ዋና አስተዳዳሪ-7ኛውን አገር አቀፍ ምርጫ አስመልክተው የሰጡት አስተያየት

7ኛውን አገር አቀፍ ምርጫ #filannoo #ethiopia #news.

Eebba Piroojektoota

Eebba_piroojektoota #ethiopia #news.

በአርጡማ ጅሌ ምርጫ ክልል የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ህዝብ የምርጫ ተሳትፎና አስተያየቶ

በአርጡማ ጅሌ ምርጫ ክልል የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ህዝብ የምርጫ ተሳትፎና አስተያየቶ #አገራዊ_ምርጫ #filannoo ...

በ3R-4CACE Component 2 የተከናወኑ ተግባራት ዶክመንተሪ

በ3R-CACE Component 2 የተከናወኑ ተግባራት ዶክመንተሪ.

የብልፅግና ፓርቲ ህዝባዊ ድጋፍ ሰልፍ

ብልፅግና ፓርቲ ድጋፍ ሰልፍ.

በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ እና ሰንበቴ ከተማ አስተዳደር የብልፅግና ፓርቲ ህዝባዊ የድጋፍ ሰልፍ

የብልፅግና ፓርቲ ህዝባዊ ድጋፍ ሰልፍ.

የብልፅግና ፓርቲ የሴቶች ድጋፍ ሰልፍ

የብልፅግና ፓርቲ የድጋፈ ሰልፍ.

የብልፅግና ፓርቲ የሴቶች ድጋፍ ሰልፍ

የብልፅግና ፓርቲ የሴቶች ድጋፍ ሰልፍ.

የብልፅግና ፓርቲ የሴቶች ድጋፍ ሰልፍ

የብልፆግና ፓርቲ የድጋፍ ሰልፍ.

የብልፅግና ፓርቲ የሴቶች ድጋፍ ሰልፍ

የብልፅግና ፓሮቲ የሴቶች ድጋፍ ሰልፍ.

7ኛው አገር አቀፍ ምርጫ ላይ የተሰጠ አስተያየት

አገር አቀፍ ምርጫ.

ትምህርት ልማት-በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ

ethiopia #oromia #kamisieewollo #wollooromo #jillee.

Magaalaa Baxxeetti Sagantaa Kakaasa Filannoo Fi Hiriirri Deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa

Magaalaa Baxxeetti Sagantaa Kakaasa Filannoo Fi Hiriirri Deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa.

Magaalaa Baxxeetti Sagantaa Kakaasa Filannoo Fi Hiriirri Deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa

Magaalaa Baxxeetti Sagantaa Kakaasa Filannoo Fi Hiriirri Deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa.

Kabaja Ayyaana Hundeeffama Milishaa Waggaa 30ffaa

Kabaja Ayyaana Hundeeffama Milishaa Waggaa 30ffaa.

Kabaja Ayyaana Hundeeffama Milishaa Waggaa 30ffaa

Kabaja Ayyaana Hundeeffama Milishaa Waggaa 30ffaa.

𝐐𝐨𝐩𝐡𝐢𝐢 𝐏𝐨𝐨𝐥𝐢𝐬𝐢𝐢 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐃𝐡𝐮𝐦𝐦𝐮𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐅𝐢𝐥𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐁𝐢𝐲𝐨𝐨𝐥𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝟕𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢

Qophii Poolisii Aanaa Jillee Dhummuugaa #Filannoo Biyoolessaa ...

​"𝙔𝙖𝙖𝙙𝙖 𝙪𝙪𝙢𝙢𝙖𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞𝙡𝙖𝙣𝙣𝙤𝙤 𝙗𝙞𝙮𝙮𝙤𝙤𝙡𝙚𝙨𝙨𝙖𝙖 𝙢𝙖𝙧𝙨𝙖𝙖 7𝙛𝙛𝙖𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞"

"Yaada uummataa #filannoo biyyoolessaa marsaa 7ffaa #Ethiopia #Addisabeba ...

𝙔𝙖𝙖𝙙𝙖 𝙙𝙖𝙧𝙜𝙖𝙜𝙜𝙤𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞𝙡𝙖𝙣𝙣𝙤𝙤 𝙗𝙞𝙮𝙮𝙤𝙤𝙡𝙚𝙨𝙨𝙖𝙖 𝙢𝙖𝙧𝙨𝙖𝙖 7𝙛𝙛𝙖𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞​

Yaada dargaggootaa #filannoo biyyaalessaa #filannoo #ethiopia #habesha.

𝐅𝐢𝐥𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐁𝐢𝐲𝐨𝐨𝐥𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝟕𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐐𝐨𝐩𝐡𝐢𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚

Filannoo #Biyoolessaa 7ffaa fi Qophii Dubartootaa #habesha #Ethiopia.

በ7ኛው አገር አቀፍ ምርጫ ላይ የወጣቶች አስተያየት

"𝐅𝐢𝐥𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐁𝐢𝐲𝐨𝐨𝐥𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝟕𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐐𝐨𝐩𝐡𝐢𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚"

"Filannoo Biyoolessaa 7ffaa fi Qophii Dubartootaa"

𝙔𝙖𝙖𝙙𝙖 jaarsolii biyyaa 𝙛𝙞𝙡𝙖𝙣𝙣𝙤𝙤 𝙗𝙞𝙮𝙮𝙖𝙖𝙡𝙚𝙨𝙨𝙖𝙖 marsaa 7𝙛𝙛𝙖𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞

የሴቶች ተጠቃሚነት ዶክመንተሪ

𝙔𝙖𝙖𝙙𝙖 𝙙𝙖𝙧𝙜𝙖𝙜𝙜𝙤𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞𝙡𝙖𝙣𝙣𝙤𝙤 𝙗𝙞𝙮𝙮𝙖𝙖𝙡𝙚𝙨𝙨𝙖𝙖 7𝙛𝙛𝙖𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞

"በ7ኛው አገር አቀፍ ምርጫ የሴቶች ተሳትፎ"

"በ7ኛው አገር አቀፍ ምርጫ የወጣቶች ተሳትፎ"

በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ብልፅግና ፓርቲ ጽ/ቤት የፖለቲካ ዘርፍ ኃላፊ አቶ ከቢር ሀሰን 7ኛውን ሃገራዊ ምርጫ በማስመልከት ያስተላለፉት መልእክት

Filannoo Biyyaalessaa marsaa 7ffaa ilaalchisuun dabarsan.

Hiikaa fi Barbaachisummaa Filannoo Ilaalchisee Yaada Hayyootaa

የምርጫ አስፈላጊነትና ምንነት እንዲሁም ለአንድ ሀገረ መንግስት ግንባታ የሚሰጠውን ጠቀሜታ በማስመልከት ከሙህራን አንደበት

የምርጫ አስፈላጊነትና ምንነት እንዲሁም ለአንድ ሀገረ መንግስት ግንባታ የሚሰጠውን ጠቀሜታ በማስመልከት ከሙህራን አንደበት

አለም አቀፍ የሴቶች ቀን በኦሮሞ ብሄረሰብ አስተዳደር በጅሌ ጥሙጋ

አለም አቀፍ የሴቶች ቀን በኦሮሞ ብሄረሰብ አስተዳደር በጅሌ ጥሙጋ

በኦሮሞ ብሄረሰብ  አስተዳደር እና በሰሜን ሸዋ ዞን አጎራባች  ወረዳና ከተማ አስተዳደር የህዝብ ለህዝብ የውይይት መድረክ  በጀዋሀ  ከተማ

በጎዳ ቀበሌ በ3R—4 ፕሮጀክ እየተሰራ ያለ የንፁህ መጠጥ ውሃ ቁፋሮ

4 March 2026

በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ የጤና መድህን አገልግሎት አሰጣጥ ከጊዜ ወደ ጊዜ እየተሻሻለ መምጣቱን በበጤ ጤና ጣቢያ የጤና መድህን ተጠቃሚ አባላት ተናግረዋል።

በፌድራል መንግስት በጀት በበጤ ከተማ እየተገነባ ያለው የንፁህ መጠጥ ፕሮጀክት ቁፋሮ ከ50 % በላይ ደርሷል

በበጤ ከተማ በፌድራል በጀት እየተገነባ ያለ የውሃ ፕሮጀክት

በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ  በሰላም ማስከበር ለተሰውና የአካል ጉዳት ለደረሰባቸው  የሚሊሻ አባላትና ቤተሰቦች የተደረገ የገንዘብ ድጋፍ

የአካባቢን ሰላም ለማጠናከር ህዝባዊ ኪንፈረንስ

ጤና መድህን አገልግሎት አሰጣጥ

የ2018 የተቀናጀ የተፈጥሮ ሀብት ስራ በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ እዝግዬ ቀበሌ

Daa'imman Hanqina Nyaataa Qaban Fayya Qabeessa gochuuf gargaaramaa jiraachuu ibsame

Ayyaana Sabafi Sab-lammootaa Marsaa 20ffaa Jiillee& Sanbatee

Jalqabbii Qamadii Bonaa Bara 2018- Jiillee

Kabaja Ayyaanaa Sabaafi Sab-lammootaa marsaa 20ffaa

Daawwii Ministeerotaa

Kabaja Ayyaanaa Sabaafi Sab-lammootaa marsaa 20ffaa

Kabaja Ayyaanaa Sabaafi Sab-lammootaa marsaa 20ffaa

Jalqabbii Misooma Qamadii bonee

Rakkoo Hanqina Bishaan Dhugaatii Magalaa Sanbateetti Mudate Akka Furamuuf Jiraattoonni Gaafatan

Bulchiinsi Aanaa Jiillee Konfaransii Nageenyaa Aanota Ollaa Affaar waliin adeemsifame

Aanaa Jiilleetti Rakkoo Hanqina Bishaan Dhugaatii Furuuf Hojjatamaa Jiraachuu Ibsame

Barataa Kutaa 8ffaa M/B/ Wasanqurqur Ahimad M/d Hojii Kalaqaa Hojjateefi Yaada Isaa

Ergaa Bulchaa Godinaa Obbo Ahimad Alii Konfaransii Nageenyaa Aanota ollaa Affaar waliin adeemsifame

Rakkoo Daandii Ganda Baalcii

Turtii Mummichi Ministira🇪🇹 Dr. Abiy Ahmed Ummata Walloo waliin Magaala Kamiseetti taasise- 6/3/2018

Miseenssoota shanee waamicha mootummaan taasise dhagahuun karaa nagahaan harka kennan

Miseenssoota shanee waamicha mootummaan taasise dhagahuun karaa nagahaan harka kennan.

Nagaa Kabachiistota Aanaa Jiillee fi Magaalaa Sanbatee

Aanaa Jiillee fi Magaalaa Sanbateetti Milishoota haaraa guyyoota 15'f leenjirra turan eebbisaman.

Aanaa Jiilleetti Manneen Yaalaa Haaraa Ijaaramaa Jiran

Qophii Qorumsa Biyyoolessaa- M/B/ Sanbatee Sad. 2ffaatti

Imala Baruufi Barsiisuu Hanqinoota M/B/ Sanbatee Sad.1ffaa

Fooramii Afa-Yaa'ota Aanotaafi Bul/ Magaalota Ollaa Waliin adeemsifame

Jiilleefi Sanbateetti Sagantaa Baniinsa Leenjii Milishaa Nagaa Kabachiisaa Haaraa Marsaa 3ffaa

Gulantaa Guddina Komaandaraaf Ergaa Galateeffanna Ajajaa Poolisii Aanaa Jiillee Kom. M/d Ali dabarse

Biifaa Qoricha Keemikaalaa Hoomaa Simbirroo Mudateef adeemsifame

Simannaa Komaandar Mahammad Aliif taasifame

Oomisha Misooma Midhaanii Ganda Qoodamaa

Sagantaa Eebba Huffaazotaa Magaalaa Sanbateetti taasifame

Guyyaa Kabaja Alaabaa Biyyoolessaa 18ffaa Irratti Sagantaa Kabaja Alaabaaf Waadaa Galame;

Magaalaa Sanbateetti Festivaala Ispoortii Aanota ollaa waliin adeemsifameen Oduu qophaa'e

Festivaalaa Magaalaa Sanbatee Irratti Qophaa'e Irratti Sagantaa Sochii Qaamaa

Fiigicha Daandirraa

Nageenya Aanaa fi Ollaa Waaressuu Danda'mee Jira- Bulchaa Aanaa Obbo Alii Sayid

Hanqina Daree Barnootaa Furuuf Hojjataa Jira

Ethiopia #amhara #ethiopia #habesha #bbcafaanoromoo #army #nationalholiday #addisabeba #pp #ብልጽግና.

Miseensonni Harka Kennatan Maal Jedhan?........(Jaal Urjii, Jaal Waltaanaa fi Jemaal Aliy)👇

ethiopia #oromo #amhara #amazingfacts #trump.

Agarsiisa Teeknika Loltummaa Qaamolee Nageenyaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa

Hojiiwwaan Tola Ooltummaa Gannaa Kana Raawwataman Bifa Dokumentariitiin;- በ2017 የክረምት በጎ ስራዎች

Eebbisamuu Hidha Haaromsaatiin Gammachuu Guddaa Qabna Jechuun Jiraattonni Dubbatan

Eebbisamuu Hidha Abbayaa Ilaalchisuun Hawaasni Gammachuu yeroo ibsatu

bbcafaanoromoo #አባይግድብ #ethiopia #oromo #oromodance #ህዳሴግድብ #habesha.

Hiriira deeggarsa Uummataa Eebbisamuu Hidha Abbayaa Ilaalchisuun ba'ame irratti Sagantaa faaruu🇪🇹

oromodance #oromomusic #ethiopia #habasha #bbcafaanoromoo #amhara.

Aanaa Jiilleefi Magaalaa Sanbateetti Eebbisamuu Hidha Abbayaatin Hiriira Deeggarsa Uummataa Guddicha

Sagantaa Faaruu Biyyoolessaa Leenjii Gaggeessitoota Sadarkaa Jiranii

Qaammee-3/2017 Guyyaa Cichoominaa

Jaal Umar Jiillee Maal Jedhan.......?

Barnootaa fi Dubbisa

Daandii Haaraa Ganda Yaatuu Haga Hiddaa hojjatame

Hojii tola ooltummaatiin jalqabbii mana Mahammad Fardee

Hojii tola ooltummaatiin jalqabbii mana gootota biyyaaf wareegamee Ganda Baalciitti

Ijaarsa mana harka qalleeyyii

Duula ashaaraa Magariisaa akka biyyaatti Miliyoona Kuma 700 adeemsifame

Dhaabbii Ashaaraa Magariisaa

Oduu Ispoortii

Waamicha nageenyaa

Waamicha nageenyaa.

aadaa

afar 1

burqu

mezmur-መዝሙር

afar

Eebba Pirojektiiwwaan Bara Baajata 2017tti

Eebba #Pirojektiiwwaan #habesha #Oromo #wolooromo #አረንጓዴአሻራ #ኢትዮጵያ #ethiopia #addisabeba ...

በ2017 ዓ.ም በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ የተከናወኑ የልማት ፕሮጀክቶች

የልማትፕሮጀክት #ethiopianinvestment #ethiopianprojects #Ethio #jilleedhummuugaa #addisabeba #ethiopia ...

Eebbifamtoota Barattoota KG3 M/Barumsaa Najaashii Sanbatee

Hiriira Deeggarsa Uummataa Guddicha; Jiillee & Sanbatee

Marii Dhimma Nageenyaa fi Misoomaa Kilaastera Sadeen;

Sagantaa Faaruu Alaabaa Biyyoolessaa Hojjattoota Mootummaa Torbee 11ffaa- Waxabajjii-16/2017💥

በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ግብርና ጽ/ቤት በCALM P4R ድጋፍ ንብ የማነብ ስራ

በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ግብርና ጽ/ቤት በCALM P4R ከሚደገፊ ተፋሰሶች #best #news #bbcafaanoromoo #habesha ...

Nageenya Aanichaa Mirkaneessuu Danda'ameera Jedhan Bulchaa Duree Aanaa Jiillee Obbo Alii Sayid

Salaata Iidal-Adahaa 1446ffaa Ganda Wasanqurqur

Daandii Haaraa Ganda Awulaal Sulula Qorroo Haga Wuraameedaa

Carraa Hojii Dargaggootaat Uumame

Daandii Haaraa Qorroo_A/Kaarrayyuu #best #jillecomunication #subscribe

Bo'oo Galaanaa

Pirojektii Aanichaa

Oomisha Misooma Boqqolloo Ganda Maruwwaa-Hadaree-2017

Pirojektoota Kanaalii Jallisii Hojjatamanii fi Yaada Uummata Xuquree

Nageenyaa fi Tokkummaa Godinoota Ollaa Waliin Jiru;

Misooma Sululaa Fayyadamoo Ta'uu Jiraattonni Aanichaa Dubbatan

Daawwii Pirojektoota Aanichaa Kan 2017

Tajaajila Wabii Fayyaa Hawaasummaa

Rakkoo Hanqina Bishaan Dhugaatii

Misooma Qonnaa Ganda #Wasanqurqur

Qotee Bultoonni Aanaa Jiillee Dhummuugaa Misooma Jallisiin Fayyadamaa Jiraachuu Ibsanii jiru

Qaamolee Waamicha Nageenyaa Fudhachuun Galan Waliin Marii fi Daawwii Dirree Taasifame;

Ganda Muxxee-Facaatti; Oomisha Kuduraa fi Muduraa Marsaa 2ffaa-

Wixinee Labsii Itti Fayyadama Lafa Baadiyyaa

12 April 2025

Jalqabbii Lafa Qonnaa Sababa Rakkoo Nageeyaatiin Bule Irratti;

Aanota Ollaa Waliin Jalqabiinsa Lafa Qonnaa Sababa Rakkoo Nageenyaatiin Bulee Turee;

Sassaabbii Oomisha Qamadii Bonee Bara 2017 Ganda Allaalaa

የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ መንግስት ሰራተኞች ከስራ በፊት የኢትዮጵያ ህዝብ መዝሙር ሲዘምሩ

Ethiopia #EthiopianNationalAntem #AddisAbeba #AbeyAhmed #Mezmur #ethiomuslim.

8 April 2025

8 April 2025

8 April 2025

8 April 2025

Ergaa Bulchaa Olaanaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Obbo Alii Sayid

ethiopian #ethiomuslim #green #habesha #amhara #ebs #habeshatiktok #iftar #motivation #oromo #rem...

Ramdan Iftar program in Baxe town(Jille Dhummuugaa woreda)

Iftar #Ramadnkerim #green #habesha #motivation #ebs #ethiomuslim #habeshatiktok #amhara #oromo.

Best speechs of the year

የኦሮሞ ብ/አስተዳደር እና ሰሜን ሸዋ ዞን አጎራባች ወረዳዎች ኢፍጠር ፕሮግራም

TikTok

Viidiyoo TiikTookyii

Oduuwwan haaraa kallattiin feedii TiikTook keenya irraa daawwadhaa.

TikTok Thumbnail

Daawwannaa Pirojektii Bishaan Dhugaatii fi Haala Hojii Isaa

TikTok Thumbnail

Miseensi Finxaaleyyii Shanee Qaama Nageenyatiin Too'annaa Seeraa Jala Oole🇪🇹

TikTok Thumbnail

ጅሌ ሚሊሻ ስልጠና

TikTok Thumbnail

ሚሊሻ ለሰላማችን !! በጅሌ ጥሙጋ በአራት ክላስተሮች አዲስ የሚሊሻ አባላት ስልጠና በተሳካ ሁኔታ እየተሰጠ ነው። #ethiopia #ethiopian_tik_tok🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #ሰላም #ሰላም_ለሀገራችን_ሰላም_ለሕዝባችን🇪🇹🇪🇹🇪🇷🇪🇷

TikTok Thumbnail

​"Dubartoota 100 jijjiiramaaf! 🇪🇹 ​Wajjirri Dhimma Dubartoota, Daa'immanii fi Dargaggootaa Aanaa Jillee Dhummuugaa, garee 3R-4CACE Component 2 waliin ta'uun, dubartoota walitti bu'iinsaan miidhaman fayyisuu fi of danda'an taasisuuf Kolleejjii Polii Teeknikaa Aṭayeetti leenjii ogummaa kennee jira. ​#illeedhummuugaa #WomenEmpowerment #OromoYouth #CapacityBuilding #Ethiopia"

TikTok Thumbnail

7ኛው አገር አቀፍ ምርጫ በስኬት እንዲጠናቀቅ የተለያዮ አስተዋጽኦ ላበረከቱ የሴቶች አመራሮች እና አደረጃጀቶች እውቅና ተሰጣተው።

TikTok Thumbnail

ለ80 አቅመ ደካማ ቤተሰቦች እና አካል ጉዳተኞች ምግብ ነክ እና ምግብ ነክ ያልሆነ ድጋፍ ተደረገ

TikTok Thumbnail

የክረምት በጎ ፈቃድ አገልግሎት ማስመሪያ መርሃ ግብር #ጅሌ_ጥሙጋ_ወረዳ #ሰንበቴ_ከተማ_አስተዳደር

TikTok Thumbnail

ምርጫው በሰላም እንዲጠናቀቅ አስፈላጊውን የቅድመ ዝግጅት ስራ መስራቱን  የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ፓሊስ አስታወቀ

TikTok Thumbnail

#HiriiraDeeggarsaUummataa #Aanaajiilleedhummuugaa #magaalasanbatee #Godinasaboromo #oromotiktok #ethiotiktok #habeshatiktok

TikTok Thumbnail

ኦሮሞ ብ/አስተዳደር እና ሰሜን ሸዋ ዞን ህዝብ ለህዝብ መድረክ #MareeNegeenya #Oromo #zone_and_North_shoa_zone #Peace_conference #Amhara_region_peace #Oromotiktok #Amharatiktok #Habeshatiktok #ወንድማማችነትና_አንድነት_ለሰላም #ስለሰላም #ፕሬዝዳንትአረጋከበደ #creatorsearchinseight

Announcements

Ibsa gaazexeessummaa ofiisaa

Ibsa ofiisaa, beeksisa, fi imaammata haaromfame waliin odeeffannoo argadhaa.

HUBANNOO FI BEEKUMSA

Odeeffannoo Hubannoo fi Beekumsa Waliigalaa

Odeeffannoo fi ragaalee bu'uuraa Aanaa Jiillee Dhummuugaa qoradhaa.

BAAJATII

Haala waliigalaa bal'aa baajata aanaa Jiilee Dhummuugaa

Haala waliigalaa bal'aa baajata aanaa Jiilee Dhummuugaa

Barra

Ramaddii

Ida'ama

Mindaa

Raawwii

Kaapitaala

2018

262,576,108.00

60,000,000.00

77,996,229.00

400,572,337.00

2017

191,681,046.00

41,755,000.00

22,159,306.00

255,595,352.00

2016

190,319,000.00

27,249,613.00

20,116,282.00

237,684,895.00

2015

183,914,201.00

19,872,931.00

9,606,529.00

213,393,661.00

2014

170,038,841.00

15,273,166.00

10,150,000.00

195,462,007.00

2013

145,856,876.00

9,317,270.00

17,383,117.00

172,557,263.00

2012

99,542,659.00

13,065,217.00

19,735,284.00

132,343,160.00

2011

78,641,107.00

16,639,748.00

18,271,749.00

113,552,604.00

UUMMATA

Baay'ina ummata Gandoota baadiyyaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa

Baay'ina ummata Gandoota baadiyyaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa

Lakk

Maqaa Gandootaa

Baayina Ummaata

Dhi

Dha

Ida

1.      

Yaatuu Marar

1011

1099

2110

2.      

Awuulaal

1898

2105

4003

3.      

Dullaa

3922

3237

7159

4.      

Baalccii

2115

2404

4519

5.      

Wasan Qurqur

1148

1248

2396

6.      

Luugoo

2114

2415

4529

7.      

Goodaa

2235

2746

4982

8.      

Funyaan Danbii

1649

1958

3607

9.      

Allaallaa

2054

2502

4556

10.   

Gangaahaa

1882

2176

4058

11.   

Baxxee

1198

1418

2615

12.   

Xuquree Goroo Wadahoo

915

1089

2004

13.   

Arba Waayyuu

1895

2177

4072

14.   

Izgiyyee

1872

2226

4098

15.   

Marawwaa Hadaree

1659

1881

3540

16.   

Garbii Dirre Galmaa

1604

1920

3524

17.   

Garbii Mudhii Waccuu

1029

1136

2165

18.   

Warra Leencaa

2015

2251

4266

19.   

Muxifaccaa

2335

2721

5056

20.   

Mata Horaa

1739

2067

3806

21.   

Goroo Dirree Badanaa

1582

1695

3277

Ida’ama

37871

42471

80342

TATEWWAN MURTEESSUU

Vital Events Registration Information

Vital Events Registration Information

 

Barra

Maddii Taateewwan

Dhaloota

Dhu’a

Gaa’ilaa

Hiikaa

Giddifachuu

Dhi

Dha

Ida’a

Dhi

Dha

Ida’a

Dhi

Dha

Ida’a

Dhi

Dha

Ida’a

Dhi

Dha

Ida’a

2018

2034

1316

3350

168

95

263

 

 

175

 

 

1

 

 

0

2017

1799

1226

3025

152

96

248

 

 

115

 

 

0

 

 

0

2016

1426

1192

2618

206

125

331

 

 

147

 

 

0

 

 

0

2015

1077

922

1999

261

109

370

 

 

256

 

 

4

 

 

0

2014

942

807

1749

296

115

411

 

 

264

 

 

12

 

 

0

2013

747

596

1343

188

84

272

 

 

168

 

 

2

 

 

0

2012

1107

725

1832

206

137

343

 

 

169

 

 

10

 

 

0

2011

1698

1545

3245

148

74

222

 

 

190

 

 

2

 

 

0

Hirmaannaa Ummataa

Gaaffilee Hojii Irra Jiran

Qo'annoo keenya irratti hirmaachuun yaada keessan nuuf kennaa.

10 guyyootatu hafe

Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Aanaa Jilee Tmugaa

Kunis gaaffilee qulqullina tajaajila Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa Aanaa Jilee Tmugaa kennu madaaluuf qophaa'eedha.
 Dhaqqabummaa keenya fooyyessuuf nu gargaaruuf odeeffannoo sirrii ta'e galchuudhaan nu gargaaraa!

Amma Hirmaadhaa
Kominikeeshinii Jiillee

Waa'ee Keenya

Waa'ee Keenya

Kominikeeshinii Mootummaa Jiillee Dhummuugaa riqicha qunnamtii guddaa Mootummaa fi uummata gidduu jiru ta'ee tajaajila, iftoomina, hirmaannaa uummataa fi raabsa poolisoota biyyaalessaa yeroo eeggate mirkaneessa.

Mul'ata

Bara 2022tti hawaasa odeeffannoo fi hunda hammate kan gama jireenyaa hundaan bobba’e, fi dhimmoota bu’uuraa aanaa, zoonii, naannoo fi biyyaalessaa irratti waliigaltee uume arguuf.

Ergaa

Hawaasa gidduutti odeeffannoo bu’a qabeessa ta’een wal jijjiiruun imaammata, tarsiimoo, karooraa fi sagantaalee bu’uuraa irratti hubannoo hawaasaa guddisuun mul’ata keenya galmaan ga’uuf tattaaffii cimaa gochuu, kanaanis guddina waliigalaa keenya sadarkaa olaanaatti ceesisuuf.

Duudhaalee Bu'uuraa

  • Dhugummaa: Hojiileen mara tarsiimoo kana keessatti hammataman dhugaa irra qofatti kan dhaabbatan ta'u.
  • Durummaa: Amala hojii miidiyaa fi komunikeeshinii kun olantummaa odeeffannoo fi durummaa waan gaafatuuf, durummaan akka madda qabiyyee fudhatamuun ni murteeffama.
  • Qindoomina Hojii: Kallattiidhaanis ta'e garagalchuun itti gaafatamummaa qaban waliin qindoominaan hojjechuuf haala ni uumama.
  • Tokkummaa: Hojiin miidiyaa fi komunikeeshinii kan uummata aanaa fi tokkummaa biyyaalessaa cimsu, adda baasuu irrattis jajjabeessaa ta'ee ni hojjatama.
  • Qorannoo fi Uumamummaa: Hojiin miidiyaa fi komunikeeshinii karaa baratamaa fi aadaa irraa gadi bu'ee, haala ammayyaa fi haaraa ilaaluun, akkaataa taargamoota naannoo irraa gadi bu'aniitti xiinxaluudhaan hojiirra oolchamuun ni raawwatama.
  • Garagarummaa Kabajuu: Hojiileen miidiyaa fi komunikeeshinii kan aadaa, afaan, eenyummaa, amantii, ilaalcha fi kan biraa kabajan, fudhatan fi hammataniidha.

Maloota Hojiirra Oolfamu

  • Kenninsa tajaajilaa si'ataa fi bu'a qabeessa ni goona;
  • Amantaa fi quubsumni lammiileen madaallii milkaa'ina keenyaa ta'a;
  • Hirmaattota dhaabbatichaa waliin waliigaltiidhaan ni hojjanna;
  • Cichoomina, amala gaarii fi aadaa fakkeenyummaan hojii garee ni jabeessina;
  • Qorannoo fi qo'annoof dursa kennuudhaan bu'a qabeessummaa raawwii keenya ni dabalina;
  • Tajaajila guutuu, ariifataa fi haqaa kennu dhaabbata ijaaruudhaan amantaa fayyadamtoota odeeffannoo ni cimfanna;
  • Hojii dhaabbata hedduu deggaruun kaayyoo yeroo dheeraaf fi itti fufiinsan ni raawwanna.
Walta'iinsa

Michoota Keenya

Kaayyoo walii galuu fi hawaasa cimaa fi caalaatti walqunnamtii qabu ijaaruuf waliin hojjechuu.

Amikko

Amikko

Dhaabbata Miidiyaa Amaaraa

Marsariitii Daawwadhaa