Bulchiinsa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Gandoota Akkaa Baxxee,G/D/Baddana Fi Muxxee Facaa Waliin Marii Dhimma Nageenyaati Fi Misoomaa Magaalaa Baxxeetti Adeemsifamee Jira.
Hagaya_06/2018(Koominikeeshinii Jiillee)
Aanaa Jiillee Dhummuugaa Gandoota Akkaa baxxee,G/D/Baddana fi Muxxee facaa waliin Marii dhimma nageenyaati fi Misoomaa Magaalaa Baxxeetti adeemsifamee Jira.
Waltajjichaas Bakka I/G/ Paartii Damee Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Godina Saba Oromoo Injinar Jamaal Alii, Bulchaa Olaanaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Obbo Aliyyi Sayid fi gaggeessitootni biroo Aanichaa argamanitti waltajjichi adeemsifamee jira.