"๐๐๐๐๐๐จ๐จ ๐๐๐๐ซ๐๐ซ๐ ๐๐ฅ๐๐ ๐๐ข ๐๐๐ฅ๐๐ ๐ ๐ข๐ง๐ฑ๐๐๐ฅ๐๐๐ฒ๐ฒ๐ข๐ข ๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐จ๐จ ๐๐จ๐ฅ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง, ๐๐๐ ๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐ข ๐๐ข๐ฌ๐จ๐จ๐ฆ๐ ๐๐๐๐ซ๐๐ ๐๐ข ๐๐ข๐ซ๐ค๐๐ง๐๐๐ฌ๐ฌ๐ข๐ง๐!โ
Bulchiinsa Aanaa Jillee Dhummuugaatti mataduree "๐๐๐๐๐๐จ๐จ ๐๐๐๐ซ๐๐ซ๐ ๐๐ฅ๐๐ ๐๐ข ๐๐๐ฅ๐๐ ๐ ๐ข๐ง๐ฑ๐๐๐ฅ๐๐๐ฒ๐ฒ๐ข๐ข ๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐จ๐จ ๐๐จ๐ฅ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง, ๐๐๐ ๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐ข ๐๐ข๐ฌ๐จ๐จ๐ฆ๐ ๐๐๐๐ซ๐๐ ๐๐ข ๐๐ข๐ซ๐ค๐๐ง๐๐๐ฌ๐ฌ๐ข๐ง๐!โ jedhuun waltajjii marii Miseensota Paartii hojjattoota mootummaa waliin gaggeeffamaa jira.
Sagantichas saaqiinsifi ergaa baga nagaan dhuftanii akkasuma kaayyoo waltajjichaa ilaalchisuun keessattuu weerara finxaaleeyyii keessoofi alaan biyya keenya irratti qindoominaan karoorsatanii hojjachaa jiraniin wal qabatee ergaawwan ijoo Bulchaa Olaanaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Obbo Aliyyi Sayid kennameera.
Obbo Aliyyi Sayid ergaa isaanii keessatti, yaaddoo nageenyaa fi sochiiwwan diigumsaa adda addaa qolachuuf humna waloo, qindoomina hojii fi hubannoo cimaa qabaachuun murteessaa taโuu ibsuun, hojjettoonni mootummaa gahee isaanii sirnaan bahachuun nageenya, tasgabbii fi misooma waaraa mirkaneessuu keessatti qooda isaanii olaanaa akka bahatan dhaamaniiru.
Waltajjicharratti dhimmoota yeroo ammaa biyyaalessaa fi naannoo irratti xiyyeeffatan ilaalchisee sanadni kaโumsaa I/G Waajjira Fayyaa Aanaa, Obbo Ahimad Umar,iin dhiyaateera.
Sanada kaโumsaa kanaanis, sochiin gareewwan finxaaleeyyii biyya keessaa humnoota alaa waliin taโuun biyya keenya irratti raawwachaa jiran gufuu nageenyaa fi tasgabbii uumuu qofa osoo hin taane, buโuuraalee misoomaa fi guddina biyya keenyaa diiguuf kan xiyyeeffate taโuu irratti ibsi balโaan dhiyaateera.
Kana malees, yaaddoo fi rakkoolee yeroo ammaa biyyaalessaa fi naannoo irratti mulโatan sirnaan hubachuun, sababoota isaanii adda baasuun, akkasumas deebii sirrii fi qindaaโaa kennuun barbaachisaa taโuu irratti hirmaattotaaf ibsi kennameera.
Yeroo ammaa kana, qabiyyee sanada kaโumsaa kana irratti hundaaโuun