Logo

Kominikeeshinii Mootummaa Jiillee Dhummuugaa

Logo
Kominikeeshinii Mootummaa Jiillee Dhummuugaa

Oduuwwan Haaraa

๐Ÿšง Bu'aan Misoomaa Ifatti Mul'achaa Jira!

๐Ÿšง Bu'aan Misoomaa Ifatti Mul'achaa Jira!

Bulchiinsa Magaalaa Sanbatee keessatti naannoo Menoppol hojii ijaarsa daandii Kobbilistoonii yeroo dheeraaf hojjetamaa ture sadarkaa xumuraa irra ga'eera.

Hojiiwwan bu'uuraa misooma Magaalaa Sanbateetti itti fufiinsaan hojjetamaa jiran guddinaa fi jijjiirama magaalattii qabatamaan agarsiisaa jiru. Haaluma kanaan, pirojektiin daandii Kobbilistoonii naannoo Meneepool keessatti hojjetamaa jiru amma hojiiwwan xumuraa irratti argama.

Pirojektiin kun diriirsuu Kobbilistoonii qofa osoo hin taane, karaa miillaa, karaa baaskiilii fi Green Area (iddoo magariisaa) kan of keessatti hammate waan ta'eef, bareedinaa magaalattii guddisuu fi jiraattotaaf naannoo mijataa uumuuf gumaacha olaanaa qaba.

Hojiin kun yeroo guutummaatti xumuramu, sochiin konkolaattotaa fi miillaan deemtotaa daran salphataa fi nageenya qabeessa ni ta'a. Akkasumas bareedinaa magaalattii, qulqullinaa fi qulqullina jireenyaa guddisuun faayidaa qabatamaa jiraattotaaf ni fida; sochii dinagdee fi hawaasummaa magaalattiifis gumaacha guddaa ni taasisa.

Bulchiinsi Magaalaa Sanbatee bu'uuraalee misoomaa jireenya hawaasaa fooyyessan babal'isuudhaan hojiiwwan misoomaa jalqabaman qulqullinaan, ciminaan fi itti fufiinsaan xumuruuf kutannoo cimaadhaan hojjechaa jira.

Magaalaan Sanbatee Guddachaa Jirti.

Media

Viidiyoowwan Haaraa

Viidiyoowwan haaraa kallattiin chaanaalii Yuutuubii keenya irraa daawwadhaa.

Ethiopia || Wollo oromo

Ethiopia #Wollooromo #kamiseeoromo #wollokamisee #oromomusic #music #ethiopianculture.

Ethiopia || Wollo oromo

wollomusic #ethiopia #ethiopianmusic #wollooromo #oromomusic #oromo.

Daawwannaa Pirojektii Bishaan Dhugaatii

Daawwannaa Pirojektii Bishaan Dhugaatii fi Haala Hojii Isaa โ€‹Pirojektiin bishaan dhugaatii kun ha...

แŠ แˆ‹แˆ‹ แ“แ“แ‹ฌ แŠญแˆ‹แˆตแ‰ฐแˆญ-แ‰ฝแŒแŠ แ‰ฐแŠจแˆ‹ แˆ˜แˆญแˆƒ-แŒแ‰ฅแˆญ

แŠ แˆ‹แˆ‹ แ“แ“แ‹ฌ แŠญแˆ‹แˆตแ‰ฐแˆญ-แ‰ฝแŒแŠ แ‰ฐแŠจแˆ‹ แˆ˜แˆญแˆƒ-แŒแ‰ฅแˆญ #แŠ แ‰ตแŠญแˆแ‰ตแˆแˆ›แ‰ต #แŠ แˆจแŠ•แŒ“แ‹ดแŠ แˆปแˆซ #แŒแ‰ฅแˆญแŠ“แˆแˆ›แ‰ต #addisababa ...

Hojiiwwan Tola Ooltummaa Bara 2018

แ‰ แŒ…แˆŒ แŒฅแˆ™แŒ‹ แ‹ˆแˆจแ‹ณ แ‰ แˆ˜แŠซแˆ„แ‹ต แˆ‹แ‹ญ แ‹ซแˆˆแ‹ แ‹จ2018 แ‹“.แˆ แ‰ แŒŽ แˆแ‰ƒแ‹ต แˆตแˆซแ‹Žแ‰ฝ #Oromozone#wollomusic #amharamedia ...

Sagantaa Eebba Milishaa Bulchiinsa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Kilaastera Baxxee

Sagantaa Eebba Milishaa Bulchiinsa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Kilaastera Baxxee Adoolessa 06/2018 A...

แˆšแˆŠแˆป แˆˆแˆฐแˆ‹แˆ›แ‰ฝแŠ•!

แ‰ แŒ†แˆŒ แŒฅแˆ™แŒ‹ แ‹ˆแˆจแ‹ณ แ‰ แŠ แˆซแ‰ต แŠญแˆ‹แˆตแ‰ฐแˆฎแ‰ฝ แŠฅแ‹จแ‰ฐแˆฐแŒ  แ‹ซแˆˆแ‹ แŠ แ‹ฒแˆต แ‹จแˆšแˆŠแˆป แŠ แ‰ฃแˆ‹แ‰ต แˆตแˆแŒ แŠ“แข

Dubartoota miidhaman hojiin deeggaruu

Dubartoota miidhaman hojiin deeggaruu #ethiopia #news #addisababa #amhara #oromo #แŠ แ‰ฅแ‹ญแŠ แˆ…แˆ˜แ‹ต.

Marii Nageenyaa Bulchiinsota Ollaa Gidduutti Adeemsifame

Marii Nageenyaa Bulchiinsota Ollaa Gidduutti Adeemsifame.

Bulchiinsa Magaalaa Sanbateetti Dhimmoota Haala Yeroo fi Nageenyaa Irratti Mariin Gaggeeffamee

Bulchiinsa Magaalaa Sanbateetti Dhimmoota Haala Yeroo fi Nageenyaa Irratti Mariin Gaggeeffamee #n...

แŠฅแŠ•แˆตแˆณแ‰ตแŠ“ แŠ แˆฃ แˆƒแ‰ฅแ‰ต แˆแˆ›แ‰ต แŒฝ/แ‰คแ‰ต แŠจแˆฐแ‰†แŒฃ แ‰ƒแˆแŠชแ‹ณแŠ• แ•แˆฎแŒแˆซแˆ แŒ‹แˆญ แ‰ แˆ˜แ‰ฐแ‰ฃแ‰ แˆญ แ‹จแ‹ถแˆฎ แ‹ตแŒ‹แ

แŠฅแŠ•แˆตแˆณแ‰ตแŠ“ แŠ แˆฃ แˆƒแ‰ฅแ‰ต แˆแˆ›แ‰ต แŒฝ/แ‰คแ‰ต แŠจแˆฐแ‰†แŒฃ แ‰ƒแˆแŠชแ‹ณแŠ• แ•แˆฎแŒแˆซแˆ แŒ‹แˆญ แ‰ แˆ˜แ‰ฐแ‰ฃแ‰ แˆญ แ‹จแ‹ถแˆฎ แ‹ตแŒ‹แ #ethiopia #news ...

Deeggarsa lukkuu Sagantaa Waadaa Seqoแนญaa

Deeggarsa lukkuu Sagantaa Waadaa Seqoแนญaa #ethiopia #news #amhararegion #seqotadeclaration #แˆฐแ‰†แŒฃ แ‰ƒแˆ...

แ‰ 6แŠ› แŠฅแŠ“ 8แŠ› แŠญแแˆ แŠญแˆแˆ‹แ‹Š แˆแ‰ฐแŠ“ แˆˆแ‰ฃแˆˆแ‹ตแˆญแˆป แŠ แŠซแˆ‹แ‰ต แŠฆแˆฌแŠ•แ‰ดแˆฝแŠ• แ‰ฐแˆฐแŒ 

แ‰ 6แŠ› แŠฅแŠ“ 8แŠ› แŠญแแˆ แŠญแˆแˆ‹แ‹Š แˆแ‰ฐแŠ“ แˆˆแ‰ฃแˆˆแ‹ตแˆญแˆป แŠ แŠซแˆ‹แ‰ต แŠฆแˆฌแŠ•แ‰ดแˆฝแŠ• แ‰ฐแˆฐแŒ  #ethiopia #amhararegion #news.

แŠ แ‰ถ แŠ แˆแ‹ญ แˆฐแ‹ญแ‹ต-แ‹จแŒ…แˆŒ แŒฅแˆ™แŒ‹ แ‹ˆแˆจแ‹ณ แ‹‹แŠ“ แŠ แˆตแ‰ฐแ‹ณแ‹ณแˆช-7แŠ›แ‹แŠ• แŠ แŒˆแˆญ แŠ แ‰€แ แˆแˆญแŒซ แŠ แˆตแˆ˜แˆแŠญแ‰ฐแ‹ แ‹จแˆฐแŒกแ‰ต แŠ แˆตแ‰ฐแ‹ซแ‹จแ‰ต

7แŠ›แ‹แŠ• แŠ แŒˆแˆญ แŠ แ‰€แ แˆแˆญแŒซ #filannoo #ethiopia #news.

Eebba Piroojektoota

Eebba_piroojektoota #ethiopia #news.

แ‰ แŠ แˆญแŒกแˆ› แŒ…แˆŒ แˆแˆญแŒซ แŠญแˆแˆ แ‹จแŒ…แˆŒ แŒฅแˆ™แŒ‹ แ‹ˆแˆจแ‹ณ แˆ…แ‹แ‰ฅ แ‹จแˆแˆญแŒซ แ‰ฐแˆณแ‰ตแŽแŠ“ แŠ แˆตแ‰ฐแ‹ซแ‹จแ‰ถ

แ‰ แŠ แˆญแŒกแˆ› แŒ…แˆŒ แˆแˆญแŒซ แŠญแˆแˆ แ‹จแŒ…แˆŒ แŒฅแˆ™แŒ‹ แ‹ˆแˆจแ‹ณ แˆ…แ‹แ‰ฅ แ‹จแˆแˆญแŒซ แ‰ฐแˆณแ‰ตแŽแŠ“ แŠ แˆตแ‰ฐแ‹ซแ‹จแ‰ถ #แŠ แŒˆแˆซแ‹Š_แˆแˆญแŒซ #filannoo ...

แ‰ 3R-4CACE Component 2 แ‹จแ‰ฐแŠจแŠ“แ‹ˆแŠ‘ แ‰ฐแŒแ‰ฃแˆซแ‰ต แ‹ถแŠญแˆ˜แŠ•แ‰ฐแˆช

แ‰ 3R-CACE Component 2 แ‹จแ‰ฐแŠจแŠ“แ‹ˆแŠ‘ แ‰ฐแŒแ‰ฃแˆซแ‰ต แ‹ถแŠญแˆ˜แŠ•แ‰ฐแˆช.

แ‹จแ‰ฅแˆแ…แŒแŠ“ แ“แˆญแ‰ฒ แˆ…แ‹แ‰ฃแ‹Š แ‹ตแŒ‹แ แˆฐแˆแ

แ‰ฅแˆแ…แŒแŠ“ แ“แˆญแ‰ฒ แ‹ตแŒ‹แ แˆฐแˆแ.

แ‰ แŒ…แˆŒ แŒฅแˆ™แŒ‹ แ‹ˆแˆจแ‹ณ แŠฅแŠ“ แˆฐแŠ•แ‰ แ‰ด แŠจแ‰ฐแˆ› แŠ แˆตแ‰ฐแ‹ณแ‹ฐแˆญ แ‹จแ‰ฅแˆแ…แŒแŠ“ แ“แˆญแ‰ฒ แˆ…แ‹แ‰ฃแ‹Š แ‹จแ‹ตแŒ‹แ แˆฐแˆแ

แ‹จแ‰ฅแˆแ…แŒแŠ“ แ“แˆญแ‰ฒ แˆ…แ‹แ‰ฃแ‹Š แ‹ตแŒ‹แ แˆฐแˆแ.

แ‹จแ‰ฅแˆแ…แŒแŠ“ แ“แˆญแ‰ฒ แ‹จแˆดแ‰ถแ‰ฝ แ‹ตแŒ‹แ แˆฐแˆแ

แ‹จแ‰ฅแˆแ…แŒแŠ“ แ“แˆญแ‰ฒ แ‹จแ‹ตแŒ‹แˆ แˆฐแˆแ.

แ‹จแ‰ฅแˆแ…แŒแŠ“ แ“แˆญแ‰ฒ แ‹จแˆดแ‰ถแ‰ฝ แ‹ตแŒ‹แ แˆฐแˆแ

แ‹จแ‰ฅแˆแ…แŒแŠ“ แ“แˆญแ‰ฒ แ‹จแˆดแ‰ถแ‰ฝ แ‹ตแŒ‹แ แˆฐแˆแ.

แ‹จแ‰ฅแˆแ…แŒแŠ“ แ“แˆญแ‰ฒ แ‹จแˆดแ‰ถแ‰ฝ แ‹ตแŒ‹แ แˆฐแˆแ

แ‹จแ‰ฅแˆแ†แŒแŠ“ แ“แˆญแ‰ฒ แ‹จแ‹ตแŒ‹แ แˆฐแˆแ.

แ‹จแ‰ฅแˆแ…แŒแŠ“ แ“แˆญแ‰ฒ แ‹จแˆดแ‰ถแ‰ฝ แ‹ตแŒ‹แ แˆฐแˆแ

แ‹จแ‰ฅแˆแ…แŒแŠ“ แ“แˆฎแ‰ฒ แ‹จแˆดแ‰ถแ‰ฝ แ‹ตแŒ‹แ แˆฐแˆแ.

7แŠ›แ‹ แŠ แŒˆแˆญ แŠ แ‰€แ แˆแˆญแŒซ แˆ‹แ‹ญ แ‹จแ‰ฐแˆฐแŒ  แŠ แˆตแ‰ฐแ‹ซแ‹จแ‰ต

แŠ แŒˆแˆญ แŠ แ‰€แ แˆแˆญแŒซ.

แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แˆแˆ›แ‰ต-แ‰ แŒ…แˆŒ แŒฅแˆ™แŒ‹ แ‹ˆแˆจแ‹ณ

ethiopia #oromia #kamisieewollo #wollooromo #jillee.

Magaalaa Baxxeetti Sagantaa Kakaasa Filannoo Fi Hiriirri Deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa

Magaalaa Baxxeetti Sagantaa Kakaasa Filannoo Fi Hiriirri Deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa.

Magaalaa Baxxeetti Sagantaa Kakaasa Filannoo Fi Hiriirri Deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa

Magaalaa Baxxeetti Sagantaa Kakaasa Filannoo Fi Hiriirri Deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa.

Kabaja Ayyaana Hundeeffama Milishaa Waggaa 30ffaa

Kabaja Ayyaana Hundeeffama Milishaa Waggaa 30ffaa.

Kabaja Ayyaana Hundeeffama Milishaa Waggaa 30ffaa

Kabaja Ayyaana Hundeeffama Milishaa Waggaa 30ffaa.

๐๐จ๐ฉ๐ก๐ข๐ข ๐๐จ๐จ๐ฅ๐ข๐ฌ๐ข๐ข ๐€๐š๐ง๐š๐š ๐‰๐ข๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž ๐ƒ๐ก๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐ ๐š๐š ๐…๐ข๐ฅ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐๐ข๐ฒ๐จ๐จ๐ฅ๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐Ÿ•๐Ÿ๐Ÿ๐š๐š ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐ญ๐ญ๐ข

Qophii Poolisii Aanaa Jillee Dhummuugaa #Filannoo Biyoolessaa ...

โ€‹"๐™”๐™–๐™–๐™™๐™– ๐™ช๐™ช๐™ข๐™ข๐™–๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž๐™ก๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™ค๐™ค ๐™—๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™ค๐™ค๐™ก๐™š๐™จ๐™จ๐™–๐™– ๐™ข๐™–๐™ง๐™จ๐™–๐™– 7๐™›๐™›๐™–๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™ฉ๐™ฉ๐™ž"

"Yaada uummataa #filannoo biyyoolessaa marsaa 7ffaa #Ethiopia #Addisabeba ...

๐™”๐™–๐™–๐™™๐™– ๐™™๐™–๐™ง๐™œ๐™–๐™œ๐™œ๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž๐™ก๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™ค๐™ค ๐™—๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™ค๐™ค๐™ก๐™š๐™จ๐™จ๐™–๐™– ๐™ข๐™–๐™ง๐™จ๐™–๐™– 7๐™›๐™›๐™–๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™ฉ๐™ฉ๐™žโ€‹

Yaada dargaggootaa #filannoo biyyaalessaa #filannoo #ethiopia #habesha.

๐…๐ข๐ฅ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐๐ข๐ฒ๐จ๐จ๐ฅ๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐Ÿ•๐Ÿ๐Ÿ๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐๐จ๐ฉ๐ก๐ข๐ข ๐ƒ๐ฎ๐›๐š๐ซ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐š๐š

Filannoo #Biyoolessaa 7ffaa fi Qophii Dubartootaa #habesha #Ethiopia.

แ‰ 7แŠ›แ‹ แŠ แŒˆแˆญ แŠ แ‰€แ แˆแˆญแŒซ แˆ‹แ‹ญ แ‹จแ‹ˆแŒฃแ‰ถแ‰ฝ แŠ แˆตแ‰ฐแ‹ซแ‹จแ‰ต

"๐…๐ข๐ฅ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐๐ข๐ฒ๐จ๐จ๐ฅ๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐Ÿ•๐Ÿ๐Ÿ๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐๐จ๐ฉ๐ก๐ข๐ข ๐ƒ๐ฎ๐›๐š๐ซ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐š๐š"

"Filannoo Biyoolessaa 7ffaa fi Qophii Dubartootaa"

๐™”๐™–๐™–๐™™๐™– jaarsolii biyyaa ๐™›๐™ž๐™ก๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™ค๐™ค ๐™—๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™–๐™ก๐™š๐™จ๐™จ๐™–๐™– marsaa 7๐™›๐™›๐™–๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™ฉ๐™ฉ๐™ž

แ‹จแˆดแ‰ถแ‰ฝ แ‰ฐแŒ แ‰ƒแˆšแАแ‰ต แ‹ถแŠญแˆ˜แŠ•แ‰ฐแˆช

๐™”๐™–๐™–๐™™๐™– ๐™™๐™–๐™ง๐™œ๐™–๐™œ๐™œ๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž๐™ก๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™ค๐™ค ๐™—๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™–๐™ก๐™š๐™จ๐™จ๐™–๐™– 7๐™›๐™›๐™–๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™ฉ๐™ฉ๐™ž

"แ‰ 7แŠ›แ‹ แŠ แŒˆแˆญ แŠ แ‰€แ แˆแˆญแŒซ แ‹จแˆดแ‰ถแ‰ฝ แ‰ฐแˆณแ‰ตแŽ"

"แ‰ 7แŠ›แ‹ แŠ แŒˆแˆญ แŠ แ‰€แ แˆแˆญแŒซ แ‹จแ‹ˆแŒฃแ‰ถแ‰ฝ แ‰ฐแˆณแ‰ตแŽ"

แ‰ แŒ…แˆŒ แŒฅแˆ™แŒ‹ แ‹ˆแˆจแ‹ณ แ‰ฅแˆแ…แŒแŠ“ แ“แˆญแ‰ฒ แŒฝ/แ‰คแ‰ต แ‹จแ–แˆˆแ‰ฒแŠซ แ‹˜แˆญแ แŠƒแˆ‹แŠ แŠ แ‰ถ แŠจแ‰ขแˆญ แˆ€แˆฐแŠ• 7แŠ›แ‹แŠ• แˆƒแŒˆแˆซแ‹Š แˆแˆญแŒซ แ‰ แˆ›แˆตแˆ˜แˆแŠจแ‰ต แ‹ซแˆตแ‰ฐแˆ‹แˆˆแ‰แ‰ต แˆ˜แˆแŠฅแŠญแ‰ต

Filannoo Biyyaalessaa marsaa 7ffaa ilaalchisuun dabarsan.

Hiikaa fi Barbaachisummaa Filannoo Ilaalchisee Yaada Hayyootaa

แ‹จแˆแˆญแŒซ แŠ แˆตแˆแˆ‹แŒŠแАแ‰ตแŠ“ แˆแŠ•แАแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ แˆˆแŠ แŠ•แ‹ต แˆ€แŒˆแˆจ แˆ˜แŠ•แŒแˆตแ‰ต แŒแŠ•แ‰ฃแ‰ณ แ‹จแˆšแˆฐแŒ แ‹แŠ• แŒ แ‰€แˆœแ‰ณ แ‰ แˆ›แˆตแˆ˜แˆแŠจแ‰ต แŠจแˆ™แˆ…แˆซแŠ• แŠ แŠ•แ‹ฐแ‰ แ‰ต

แ‹จแˆแˆญแŒซ แŠ แˆตแˆแˆ‹แŒŠแАแ‰ตแŠ“ แˆแŠ•แАแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ แˆˆแŠ แŠ•แ‹ต แˆ€แŒˆแˆจ แˆ˜แŠ•แŒแˆตแ‰ต แŒแŠ•แ‰ฃแ‰ณ แ‹จแˆšแˆฐแŒ แ‹แŠ• แŒ แ‰€แˆœแ‰ณ แ‰ แˆ›แˆตแˆ˜แˆแŠจแ‰ต แŠจแˆ™แˆ…แˆซแŠ• แŠ แŠ•แ‹ฐแ‰ แ‰ต

แŠ แˆˆแˆ แŠ แ‰€แ แ‹จแˆดแ‰ถแ‰ฝ แ‰€แŠ• แ‰ แŠฆแˆฎแˆž แ‰ฅแˆ„แˆจแˆฐแ‰ฅ แŠ แˆตแ‰ฐแ‹ณแ‹ฐแˆญ แ‰ แŒ…แˆŒ แŒฅแˆ™แŒ‹

แŠ แˆˆแˆ แŠ แ‰€แ แ‹จแˆดแ‰ถแ‰ฝ แ‰€แŠ• แ‰ แŠฆแˆฎแˆž แ‰ฅแˆ„แˆจแˆฐแ‰ฅ แŠ แˆตแ‰ฐแ‹ณแ‹ฐแˆญ แ‰ แŒ…แˆŒ แŒฅแˆ™แŒ‹

แ‰ แŠฆแˆฎแˆž แ‰ฅแˆ„แˆจแˆฐแ‰ฅย  แŠ แˆตแ‰ฐแ‹ณแ‹ฐแˆญ แŠฅแŠ“ แ‰ แˆฐแˆœแŠ• แˆธแ‹‹ แ‹žแŠ• แŠ แŒŽแˆซแ‰ฃแ‰ฝย  แ‹ˆแˆจแ‹ณแŠ“ แŠจแ‰ฐแˆ› แŠ แˆตแ‰ฐแ‹ณแ‹ฐแˆญ แ‹จแˆ…แ‹แ‰ฅ แˆˆแˆ…แ‹แ‰ฅ แ‹จแ‹แ‹ญแ‹ญแ‰ต แˆ˜แ‹ตแˆจแŠญย  แ‰ แŒ€แ‹‹แˆ€ย  แŠจแ‰ฐแˆ›

แ‰ แŒŽแ‹ณ แ‰€แ‰ แˆŒ แ‰ 3Rโ€”4 แ•แˆฎแŒ€แŠญ แŠฅแ‹จแ‰ฐแˆฐแˆซ แ‹ซแˆˆ แ‹จแŠ•แแˆ… แˆ˜แŒ แŒฅ แ‹แˆƒ แ‰แ‹แˆฎ

4 March 2026

แ‰ แŒ…แˆŒ แŒฅแˆ™แŒ‹ แ‹ˆแˆจแ‹ณ แ‹จแŒคแŠ“ แˆ˜แ‹ตแˆ…แŠ• แŠ แŒˆแˆแŒแˆŽแ‰ต แŠ แˆฐแŒฃแŒฅ แŠจแŒŠแ‹œ แ‹ˆแ‹ฐ แŒŠแ‹œ แŠฅแ‹จแ‰ฐแˆปแˆปแˆˆ แˆ˜แˆแŒฃแ‰ฑแŠ• แ‰ แ‰ แŒค แŒคแŠ“ แŒฃแ‰ขแ‹ซ แ‹จแŒคแŠ“ แˆ˜แ‹ตแˆ…แŠ• แ‰ฐแŒ แ‰ƒแˆš แŠ แ‰ฃแˆ‹แ‰ต แ‰ฐแŠ“แŒแˆจแ‹‹แˆแข

แ‰ แŒแ‹ตแˆซแˆ แˆ˜แŠ•แŒแˆตแ‰ต แ‰ แŒ€แ‰ต แ‰ แ‰ แŒค แŠจแ‰ฐแˆ› แŠฅแ‹จแ‰ฐแŒˆแАแ‰ฃ แ‹ซแˆˆแ‹ แ‹จแŠ•แแˆ… แˆ˜แŒ แŒฅ แ•แˆฎแŒ€แŠญแ‰ต แ‰แ‹แˆฎ แŠจ50 % แ‰ แˆ‹แ‹ญ แ‹ฐแˆญแˆทแˆ

แ‰ แ‰ แŒค แŠจแ‰ฐแˆ› แ‰ แŒแ‹ตแˆซแˆ แ‰ แŒ€แ‰ต แŠฅแ‹จแ‰ฐแŒˆแАแ‰ฃ แ‹ซแˆˆ แ‹จแ‹แˆƒ แ•แˆฎแŒ€แŠญแ‰ต

แ‰ แŒ…แˆŒ แŒฅแˆ™แŒ‹ แ‹ˆแˆจแ‹ณย  แ‰ แˆฐแˆ‹แˆ แˆ›แˆตแŠจแ‰ แˆญ แˆˆแ‰ฐแˆฐแ‹แŠ“ แ‹จแŠ แŠซแˆ แŒ‰แ‹ณแ‰ต แˆˆแ‹ฐแˆจแˆฐแ‰ฃแ‰ธแ‹ย  แ‹จแˆšแˆŠแˆป แŠ แ‰ฃแˆ‹แ‰ตแŠ“ แ‰คแ‰ฐแˆฐแ‰ฆแ‰ฝ แ‹จแ‰ฐแ‹ฐแˆจแŒˆ แ‹จแŒˆแŠ•แ‹˜แ‰ฅ แ‹ตแŒ‹แ

แ‹จแŠ แŠซแ‰ฃแ‰ขแŠ• แˆฐแˆ‹แˆ แˆˆแˆ›แŒ แŠ“แŠจแˆญ แˆ…แ‹แ‰ฃแ‹Š แŠชแŠ•แˆแˆจแŠ•แˆต

แŒคแŠ“ แˆ˜แ‹ตแˆ…แŠ• แŠ แŒˆแˆแŒแˆŽแ‰ต แŠ แˆฐแŒฃแŒฅ

แ‹จ2018 แ‹จแ‰ฐแ‰€แŠ“แŒ€ แ‹จแ‰ฐแˆแŒฅแˆฎ แˆ€แ‰ฅแ‰ต แˆตแˆซ แ‰ แŒ…แˆŒ แŒฅแˆ™แŒ‹ แ‹ˆแˆจแ‹ณ แŠฅแ‹แŒแ‹ฌ แ‰€แ‰ แˆŒ

Daa'imman Hanqina Nyaataa Qaban Fayya Qabeessa gochuuf gargaaramaa jiraachuu ibsame

Ayyaana Sabafi Sab-lammootaa Marsaa 20ffaa Jiillee& Sanbatee

Jalqabbii Qamadii Bonaa Bara 2018- Jiillee

Kabaja Ayyaanaa Sabaafi Sab-lammootaa marsaa 20ffaa

Daawwii Ministeerotaa

Kabaja Ayyaanaa Sabaafi Sab-lammootaa marsaa 20ffaa

Kabaja Ayyaanaa Sabaafi Sab-lammootaa marsaa 20ffaa

Jalqabbii Misooma Qamadii bonee

Rakkoo Hanqina Bishaan Dhugaatii Magalaa Sanbateetti Mudate Akka Furamuuf Jiraattoonni Gaafatan

Bulchiinsi Aanaa Jiillee Konfaransii Nageenyaa Aanota Ollaa Affaar waliin adeemsifame

Aanaa Jiilleetti Rakkoo Hanqina Bishaan Dhugaatii Furuuf Hojjatamaa Jiraachuu Ibsame

Barataa Kutaa 8ffaa M/B/ Wasanqurqur Ahimad M/d Hojii Kalaqaa Hojjateefi Yaada Isaa

Ergaa Bulchaa Godinaa Obbo Ahimad Alii Konfaransii Nageenyaa Aanota ollaa Affaar waliin adeemsifame

Rakkoo Daandii Ganda Baalcii

Turtii Mummichi Ministira๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น Dr. Abiy Ahmed Ummata Walloo waliin Magaala Kamiseetti taasise- 6/3/2018

Miseenssoota shanee waamicha mootummaan taasise dhagahuun karaa nagahaan harka kennan

Miseenssoota shanee waamicha mootummaan taasise dhagahuun karaa nagahaan harka kennan.

Nagaa Kabachiistota Aanaa Jiillee fi Magaalaa Sanbatee

Aanaa Jiillee fi Magaalaa Sanbateetti Milishoota haaraa guyyoota 15'f leenjirra turan eebbisaman.

Aanaa Jiilleetti Manneen Yaalaa Haaraa Ijaaramaa Jiran

Qophii Qorumsa Biyyoolessaa- M/B/ Sanbatee Sad. 2ffaatti

Imala Baruufi Barsiisuu Hanqinoota M/B/ Sanbatee Sad.1ffaa

Fooramii Afa-Yaa'ota Aanotaafi Bul/ Magaalota Ollaa Waliin adeemsifame

Jiilleefi Sanbateetti Sagantaa Baniinsa Leenjii Milishaa Nagaa Kabachiisaa Haaraa Marsaa 3ffaa

Gulantaa Guddina Komaandaraaf Ergaa Galateeffanna Ajajaa Poolisii Aanaa Jiillee Kom. M/d Ali dabarse

Biifaa Qoricha Keemikaalaa Hoomaa Simbirroo Mudateef adeemsifame

Simannaa Komaandar Mahammad Aliif taasifame

Oomisha Misooma Midhaanii Ganda Qoodamaa

Sagantaa Eebba Huffaazotaa Magaalaa Sanbateetti taasifame

Guyyaa Kabaja Alaabaa Biyyoolessaa 18ffaa Irratti Sagantaa Kabaja Alaabaaf Waadaa Galame;

Magaalaa Sanbateetti Festivaala Ispoortii Aanota ollaa waliin adeemsifameen Oduu qophaa'e

Festivaalaa Magaalaa Sanbatee Irratti Qophaa'e Irratti Sagantaa Sochii Qaamaa

Fiigicha Daandirraa

Nageenya Aanaa fi Ollaa Waaressuu Danda'mee Jira- Bulchaa Aanaa Obbo Alii Sayid

Hanqina Daree Barnootaa Furuuf Hojjataa Jira

Ethiopia #amhara #ethiopia #habesha #bbcafaanoromoo #army #nationalholiday #addisabeba #pp #แ‰ฅแˆแŒฝแŒแŠ“.

Miseensonni Harka Kennatan Maal Jedhan?........(Jaal Urjii, Jaal Waltaanaa fi Jemaal Aliy)๐Ÿ‘‡

ethiopia #oromo #amhara #amazingfacts #trump.

Agarsiisa Teeknika Loltummaa Qaamolee Nageenyaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa

Hojiiwwaan Tola Ooltummaa Gannaa Kana Raawwataman Bifa Dokumentariitiin;- แ‰ 2017 แ‹จแŠญแˆจแˆแ‰ต แ‰ แŒŽ แˆตแˆซแ‹Žแ‰ฝ

Eebbisamuu Hidha Haaromsaatiin Gammachuu Guddaa Qabna Jechuun Jiraattonni Dubbatan

Eebbisamuu Hidha Abbayaa Ilaalchisuun Hawaasni Gammachuu yeroo ibsatu

bbcafaanoromoo #แŠ แ‰ฃแ‹ญแŒแ‹ตแ‰ฅ #ethiopia #oromo #oromodance #แˆ…แ‹ณแˆดแŒแ‹ตแ‰ฅ #habesha.

Hiriira deeggarsa Uummataa Eebbisamuu Hidha Abbayaa Ilaalchisuun ba'ame irratti Sagantaa faaruu๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

oromodance #oromomusic #ethiopia #habasha #bbcafaanoromoo #amhara.

Aanaa Jiilleefi Magaalaa Sanbateetti Eebbisamuu Hidha Abbayaatin Hiriira Deeggarsa Uummataa Guddicha

Sagantaa Faaruu Biyyoolessaa Leenjii Gaggeessitoota Sadarkaa Jiranii

Qaammee-3/2017 Guyyaa Cichoominaa

Jaal Umar Jiillee Maal Jedhan.......?

Barnootaa fi Dubbisa

Daandii Haaraa Ganda Yaatuu Haga Hiddaa hojjatame

Hojii tola ooltummaatiin jalqabbii mana Mahammad Fardee

Hojii tola ooltummaatiin jalqabbii mana gootota biyyaaf wareegamee Ganda Baalciitti

Ijaarsa mana harka qalleeyyii

Duula ashaaraa Magariisaa akka biyyaatti Miliyoona Kuma 700 adeemsifame

Dhaabbii Ashaaraa Magariisaa

Oduu Ispoortii

Waamicha nageenyaa

Waamicha nageenyaa.

aadaa

afar 1

burqu

mezmur-แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ

afar

Eebba Pirojektiiwwaan Bara Baajata 2017tti

Eebba #Pirojektiiwwaan #habesha #Oromo #wolooromo #แŠ แˆจแŠ•แŒ“แ‹ดแŠ แˆปแˆซ #แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ #ethiopia #addisabeba ...

แ‰ 2017 แ‹“.แˆ แ‰ แŒ…แˆŒ แŒฅแˆ™แŒ‹ แ‹ˆแˆจแ‹ณ แ‹จแ‰ฐแŠจแŠ“แ‹ˆแŠ‘ แ‹จแˆแˆ›แ‰ต แ•แˆฎแŒ€แŠญแ‰ถแ‰ฝ

แ‹จแˆแˆ›แ‰ตแ•แˆฎแŒ€แŠญแ‰ต #ethiopianinvestment #ethiopianprojects #Ethio #jilleedhummuugaa #addisabeba #ethiopia ...

Eebbifamtoota Barattoota KG3 M/Barumsaa Najaashii Sanbatee

Hiriira Deeggarsa Uummataa Guddicha; Jiillee & Sanbatee

Marii Dhimma Nageenyaa fi Misoomaa Kilaastera Sadeen;

Sagantaa Faaruu Alaabaa Biyyoolessaa Hojjattoota Mootummaa Torbee 11ffaa- Waxabajjii-16/2017๐Ÿ’ฅ

แ‰ แŒ…แˆŒ แŒฅแˆ™แŒ‹ แ‹ˆแˆจแ‹ณ แŒแ‰ฅแˆญแŠ“ แŒฝ/แ‰คแ‰ต แ‰ CALM P4R แ‹ตแŒ‹แ แŠ•แ‰ฅ แ‹จแˆ›แАแ‰ฅ แˆตแˆซ

แ‰ แŒ…แˆŒ แŒฅแˆ™แŒ‹ แ‹ˆแˆจแ‹ณ แŒแ‰ฅแˆญแŠ“ แŒฝ/แ‰คแ‰ต แ‰ CALM P4R แŠจแˆšแ‹ฐแŒˆแŠ แ‰ฐแ‹แˆฐแˆถแ‰ฝ #best #news #bbcafaanoromoo #habesha ...

Nageenya Aanichaa Mirkaneessuu Danda'ameera Jedhan Bulchaa Duree Aanaa Jiillee Obbo Alii Sayid

Salaata Iidal-Adahaa 1446ffaa Ganda Wasanqurqur

Daandii Haaraa Ganda Awulaal Sulula Qorroo Haga Wuraameedaa

Carraa Hojii Dargaggootaat Uumame

Daandii Haaraa Qorroo_A/Kaarrayyuu #best #jillecomunication #subscribe

Bo'oo Galaanaa

Pirojektii Aanichaa

Oomisha Misooma Boqqolloo Ganda Maruwwaa-Hadaree-2017

Pirojektoota Kanaalii Jallisii Hojjatamanii fi Yaada Uummata Xuquree

Nageenyaa fi Tokkummaa Godinoota Ollaa Waliin Jiru;

Misooma Sululaa Fayyadamoo Ta'uu Jiraattonni Aanichaa Dubbatan

Daawwii Pirojektoota Aanichaa Kan 2017

Tajaajila Wabii Fayyaa Hawaasummaa

Rakkoo Hanqina Bishaan Dhugaatii

Misooma Qonnaa Ganda #Wasanqurqur

Qotee Bultoonni Aanaa Jiillee Dhummuugaa Misooma Jallisiin Fayyadamaa Jiraachuu Ibsanii jiru

Qaamolee Waamicha Nageenyaa Fudhachuun Galan Waliin Marii fi Daawwii Dirree Taasifame;

Ganda Muxxee-Facaatti; Oomisha Kuduraa fi Muduraa Marsaa 2ffaa-

Wixinee Labsii Itti Fayyadama Lafa Baadiyyaa

12 April 2025

Jalqabbii Lafa Qonnaa Sababa Rakkoo Nageeyaatiin Bule Irratti;

Aanota Ollaa Waliin Jalqabiinsa Lafa Qonnaa Sababa Rakkoo Nageenyaatiin Bulee Turee;

Sassaabbii Oomisha Qamadii Bonee Bara 2017 Ganda Allaalaa

แ‹จแŒ…แˆŒ แŒฅแˆ™แŒ‹ แ‹ˆแˆจแ‹ณ แˆ˜แŠ•แŒแˆตแ‰ต แˆฐแˆซแ‰ฐแŠžแ‰ฝ แŠจแˆตแˆซ แ‰ แŠแ‰ต แ‹จแŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แˆ…แ‹แ‰ฅ แˆ˜แ‹แˆ™แˆญ แˆฒแ‹˜แˆแˆฉ

Ethiopia #EthiopianNationalAntem #AddisAbeba #AbeyAhmed #Mezmur #ethiomuslim.

8 April 2025

8 April 2025

8 April 2025

8 April 2025

Ergaa Bulchaa Olaanaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Obbo Alii Sayid

ethiopian #ethiomuslim #green #habesha #amhara #ebs #habeshatiktok #iftar #motivation #oromo #rem...

Ramdan Iftar program in Baxe town(Jille Dhummuugaa woreda)

Iftar #Ramadnkerim #green #habesha #motivation #ebs #ethiomuslim #habeshatiktok #amhara #oromo.

Best speechs of the year

แ‹จแŠฆแˆฎแˆž แ‰ฅ/แŠ แˆตแ‰ฐแ‹ณแ‹ฐแˆญ แŠฅแŠ“ แˆฐแˆœแŠ• แˆธแ‹‹ แ‹žแŠ• แŠ แŒŽแˆซแ‰ฃแ‰ฝ แ‹ˆแˆจแ‹ณแ‹Žแ‰ฝ แŠขแแŒ แˆญ แ•แˆฎแŒแˆซแˆ