Logo

Kominikeeshinii Mootummaa Jiillee Dhummuugaa

Logo
Kominikeeshinii Mootummaa Jiillee Dhummuugaa

Pirojektiin bishaan dhugaatii qulqulluu kebele Arbawayotti hojjetamaa jiru daawwatameera

Pirojektiin bishaan dhugaatii qulqulluu kebele Arbawayotti hojjetamaa jiru daawwatameera

-----------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------

Wiixata: July 15/2018 (Kominikeeshinii Jiilee Taamugaa)

Bulchaan Olaanaa Aanaa Jilee Tamugaa fi Hoggantoonni Seektaraa Arbawayo Kebeletti argamuun pirojektii 3R-CACE jalatti pirojektii bishaan dhugaatii qulqulluu daawwataniiru. Pirojektichi akkaataa sagantaa karoorfameen hojjetamaa akka jiru ibsamee jira. Bulchiinsi aanichaa rakkoo bishaanii hawaasaa haala itti fufiinsa qabuun furuuf ciminaan hojjachaa akka jiru hubachiifameera. Akka karoora kanaan boolla bishaanii gadi fageenya meetira 200 qabu qotuuf kan karoorfame yoo ta’u, hojiin bishaan qulqulleessuu gadi fageenya meetira 150 irratti hojjetamaa akka jiru himama. Pirojektiin bishaan dhugaatii kun yeroo xumuramu sekondii tokkotti bishaan liitira 40 hanga 50 ol’aanaa ni qabaata. Fedhii bishaanii jiraattota magaalaa Kebele akka uwwisu tilmaamameera. Itti Gaafatamaan Waajjira Bishaanii fi Inarjii Aanaa Jilee Taamugaa Obbo Huseen Mohaammad akka jedhanitti pirojektiin kun rakkoo bishaanii hawaasa naannichaa bu’uuraan furuuf dandeettii guddaa waan qabuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira. Adeemsa pirojektichaa erga ilaalanii booda hojiiwwan pirojektichaa hafan yeroo gabaabaa keessatti xumuramuu, akkasumas ijaarsi sarara raabsaa fi taankii kuusaa akka raawwatamu qajeelfama kennaniiru.

Media

Viidiyoowwan Haaraa

Viidiyoowwan haaraa kallattiin chaanaalii Yuutuubii keenya irraa daawwadhaa.

Ethiopia || Wollo oromo

Ethiopia #Wollooromo #kamiseeoromo #wollokamisee #oromomusic #music #ethiopianculture.

Ethiopia || Wollo oromo

wollomusic #ethiopia #ethiopianmusic #wollooromo #oromomusic #oromo.

Daawwannaa Pirojektii Bishaan Dhugaatii

Daawwannaa Pirojektii Bishaan Dhugaatii fi Haala Hojii Isaa ​Pirojektiin bishaan dhugaatii kun ha...

አላላ ፓፓዬ ክላስተር-ችግኝ ተከላ መርሃ-ግብር

አላላ ፓፓዬ ክላስተር-ችግኝ ተከላ መርሃ-ግብር #አትክልትልማት #አረንጓዴአሻራ #ግብርናልማት #addisababa ...

Hojiiwwan Tola Ooltummaa Bara 2018

በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ በመካሄድ ላይ ያለው የ2018 ዓ.ም በጎ ፈቃድ ስራዎች #Oromozone#wollomusic #amharamedia ...

Sagantaa Eebba Milishaa Bulchiinsa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Kilaastera Baxxee

Sagantaa Eebba Milishaa Bulchiinsa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Kilaastera Baxxee Adoolessa 06/2018 A...

ሚሊሻ ለሰላማችን!

በጆሌ ጥሙጋ ወረዳ በአራት ክላስተሮች እየተሰጠ ያለው አዲስ የሚሊሻ አባላት ስልጠና።

Dubartoota miidhaman hojiin deeggaruu

Dubartoota miidhaman hojiin deeggaruu #ethiopia #news #addisababa #amhara #oromo #አብይአህመድ.

Marii Nageenyaa Bulchiinsota Ollaa Gidduutti Adeemsifame

Marii Nageenyaa Bulchiinsota Ollaa Gidduutti Adeemsifame.

Bulchiinsa Magaalaa Sanbateetti Dhimmoota Haala Yeroo fi Nageenyaa Irratti Mariin Gaggeeffamee

Bulchiinsa Magaalaa Sanbateetti Dhimmoota Haala Yeroo fi Nageenyaa Irratti Mariin Gaggeeffamee #n...

እንስሳትና አሣ ሃብት ልማት ጽ/ቤት ከሰቆጣ ቃልኪዳን ፕሮግራም ጋር በመተባበር የዶሮ ድጋፍ

እንስሳትና አሣ ሃብት ልማት ጽ/ቤት ከሰቆጣ ቃልኪዳን ፕሮግራም ጋር በመተባበር የዶሮ ድጋፍ #ethiopia #news ...

Deeggarsa lukkuu Sagantaa Waadaa Seqoṭaa

Deeggarsa lukkuu Sagantaa Waadaa Seqoṭaa #ethiopia #news #amhararegion #seqotadeclaration #ሰቆጣ ቃል...

በ6ኛ እና 8ኛ ክፍል ክልላዊ ፈተና ለባለድርሻ አካላት ኦሬንቴሽን ተሰጠ

በ6ኛ እና 8ኛ ክፍል ክልላዊ ፈተና ለባለድርሻ አካላት ኦሬንቴሽን ተሰጠ #ethiopia #amhararegion #news.

አቶ አልይ ሰይድ-የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ዋና አስተዳዳሪ-7ኛውን አገር አቀፍ ምርጫ አስመልክተው የሰጡት አስተያየት

7ኛውን አገር አቀፍ ምርጫ #filannoo #ethiopia #news.

Eebba Piroojektoota

Eebba_piroojektoota #ethiopia #news.

በአርጡማ ጅሌ ምርጫ ክልል የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ህዝብ የምርጫ ተሳትፎና አስተያየቶ

በአርጡማ ጅሌ ምርጫ ክልል የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ህዝብ የምርጫ ተሳትፎና አስተያየቶ #አገራዊ_ምርጫ #filannoo ...

በ3R-4CACE Component 2 የተከናወኑ ተግባራት ዶክመንተሪ

በ3R-CACE Component 2 የተከናወኑ ተግባራት ዶክመንተሪ.

የብልፅግና ፓርቲ ህዝባዊ ድጋፍ ሰልፍ

ብልፅግና ፓርቲ ድጋፍ ሰልፍ.

በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ እና ሰንበቴ ከተማ አስተዳደር የብልፅግና ፓርቲ ህዝባዊ የድጋፍ ሰልፍ

የብልፅግና ፓርቲ ህዝባዊ ድጋፍ ሰልፍ.

የብልፅግና ፓርቲ የሴቶች ድጋፍ ሰልፍ

የብልፅግና ፓርቲ የድጋፈ ሰልፍ.

የብልፅግና ፓርቲ የሴቶች ድጋፍ ሰልፍ

የብልፅግና ፓርቲ የሴቶች ድጋፍ ሰልፍ.

የብልፅግና ፓርቲ የሴቶች ድጋፍ ሰልፍ

የብልፆግና ፓርቲ የድጋፍ ሰልፍ.

የብልፅግና ፓርቲ የሴቶች ድጋፍ ሰልፍ

የብልፅግና ፓሮቲ የሴቶች ድጋፍ ሰልፍ.

7ኛው አገር አቀፍ ምርጫ ላይ የተሰጠ አስተያየት

አገር አቀፍ ምርጫ.

ትምህርት ልማት-በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ

ethiopia #oromia #kamisieewollo #wollooromo #jillee.

Magaalaa Baxxeetti Sagantaa Kakaasa Filannoo Fi Hiriirri Deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa

Magaalaa Baxxeetti Sagantaa Kakaasa Filannoo Fi Hiriirri Deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa.

Magaalaa Baxxeetti Sagantaa Kakaasa Filannoo Fi Hiriirri Deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa

Magaalaa Baxxeetti Sagantaa Kakaasa Filannoo Fi Hiriirri Deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa.

Kabaja Ayyaana Hundeeffama Milishaa Waggaa 30ffaa

Kabaja Ayyaana Hundeeffama Milishaa Waggaa 30ffaa.

Kabaja Ayyaana Hundeeffama Milishaa Waggaa 30ffaa

Kabaja Ayyaana Hundeeffama Milishaa Waggaa 30ffaa.

𝐐𝐨𝐩𝐡𝐢𝐢 𝐏𝐨𝐨𝐥𝐢𝐬𝐢𝐢 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐥𝐥𝐞𝐞 𝐃𝐡𝐮𝐦𝐦𝐮𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐅𝐢𝐥𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐁𝐢𝐲𝐨𝐨𝐥𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝟕𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢

Qophii Poolisii Aanaa Jillee Dhummuugaa #Filannoo Biyoolessaa ...

​"𝙔𝙖𝙖𝙙𝙖 𝙪𝙪𝙢𝙢𝙖𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞𝙡𝙖𝙣𝙣𝙤𝙤 𝙗𝙞𝙮𝙮𝙤𝙤𝙡𝙚𝙨𝙨𝙖𝙖 𝙢𝙖𝙧𝙨𝙖𝙖 7𝙛𝙛𝙖𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞"

"Yaada uummataa #filannoo biyyoolessaa marsaa 7ffaa #Ethiopia #Addisabeba ...

𝙔𝙖𝙖𝙙𝙖 𝙙𝙖𝙧𝙜𝙖𝙜𝙜𝙤𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞𝙡𝙖𝙣𝙣𝙤𝙤 𝙗𝙞𝙮𝙮𝙤𝙤𝙡𝙚𝙨𝙨𝙖𝙖 𝙢𝙖𝙧𝙨𝙖𝙖 7𝙛𝙛𝙖𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞​

Yaada dargaggootaa #filannoo biyyaalessaa #filannoo #ethiopia #habesha.

𝐅𝐢𝐥𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐁𝐢𝐲𝐨𝐨𝐥𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝟕𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐐𝐨𝐩𝐡𝐢𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚

Filannoo #Biyoolessaa 7ffaa fi Qophii Dubartootaa #habesha #Ethiopia.

በ7ኛው አገር አቀፍ ምርጫ ላይ የወጣቶች አስተያየት

"𝐅𝐢𝐥𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐁𝐢𝐲𝐨𝐨𝐥𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝟕𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐐𝐨𝐩𝐡𝐢𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚"

"Filannoo Biyoolessaa 7ffaa fi Qophii Dubartootaa"

𝙔𝙖𝙖𝙙𝙖 jaarsolii biyyaa 𝙛𝙞𝙡𝙖𝙣𝙣𝙤𝙤 𝙗𝙞𝙮𝙮𝙖𝙖𝙡𝙚𝙨𝙨𝙖𝙖 marsaa 7𝙛𝙛𝙖𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞

የሴቶች ተጠቃሚነት ዶክመንተሪ

𝙔𝙖𝙖𝙙𝙖 𝙙𝙖𝙧𝙜𝙖𝙜𝙜𝙤𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞𝙡𝙖𝙣𝙣𝙤𝙤 𝙗𝙞𝙮𝙮𝙖𝙖𝙡𝙚𝙨𝙨𝙖𝙖 7𝙛𝙛𝙖𝙖 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞

"በ7ኛው አገር አቀፍ ምርጫ የሴቶች ተሳትፎ"

"በ7ኛው አገር አቀፍ ምርጫ የወጣቶች ተሳትፎ"

በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ብልፅግና ፓርቲ ጽ/ቤት የፖለቲካ ዘርፍ ኃላፊ አቶ ከቢር ሀሰን 7ኛውን ሃገራዊ ምርጫ በማስመልከት ያስተላለፉት መልእክት

Filannoo Biyyaalessaa marsaa 7ffaa ilaalchisuun dabarsan.

Hiikaa fi Barbaachisummaa Filannoo Ilaalchisee Yaada Hayyootaa

የምርጫ አስፈላጊነትና ምንነት እንዲሁም ለአንድ ሀገረ መንግስት ግንባታ የሚሰጠውን ጠቀሜታ በማስመልከት ከሙህራን አንደበት

የምርጫ አስፈላጊነትና ምንነት እንዲሁም ለአንድ ሀገረ መንግስት ግንባታ የሚሰጠውን ጠቀሜታ በማስመልከት ከሙህራን አንደበት

አለም አቀፍ የሴቶች ቀን በኦሮሞ ብሄረሰብ አስተዳደር በጅሌ ጥሙጋ

አለም አቀፍ የሴቶች ቀን በኦሮሞ ብሄረሰብ አስተዳደር በጅሌ ጥሙጋ

በኦሮሞ ብሄረሰብ  አስተዳደር እና በሰሜን ሸዋ ዞን አጎራባች  ወረዳና ከተማ አስተዳደር የህዝብ ለህዝብ የውይይት መድረክ  በጀዋሀ  ከተማ

በጎዳ ቀበሌ በ3R—4 ፕሮጀክ እየተሰራ ያለ የንፁህ መጠጥ ውሃ ቁፋሮ

4 March 2026

በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ የጤና መድህን አገልግሎት አሰጣጥ ከጊዜ ወደ ጊዜ እየተሻሻለ መምጣቱን በበጤ ጤና ጣቢያ የጤና መድህን ተጠቃሚ አባላት ተናግረዋል።

በፌድራል መንግስት በጀት በበጤ ከተማ እየተገነባ ያለው የንፁህ መጠጥ ፕሮጀክት ቁፋሮ ከ50 % በላይ ደርሷል

በበጤ ከተማ በፌድራል በጀት እየተገነባ ያለ የውሃ ፕሮጀክት

በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ  በሰላም ማስከበር ለተሰውና የአካል ጉዳት ለደረሰባቸው  የሚሊሻ አባላትና ቤተሰቦች የተደረገ የገንዘብ ድጋፍ

የአካባቢን ሰላም ለማጠናከር ህዝባዊ ኪንፈረንስ

ጤና መድህን አገልግሎት አሰጣጥ

የ2018 የተቀናጀ የተፈጥሮ ሀብት ስራ በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ እዝግዬ ቀበሌ

Daa'imman Hanqina Nyaataa Qaban Fayya Qabeessa gochuuf gargaaramaa jiraachuu ibsame

Ayyaana Sabafi Sab-lammootaa Marsaa 20ffaa Jiillee& Sanbatee

Jalqabbii Qamadii Bonaa Bara 2018- Jiillee

Kabaja Ayyaanaa Sabaafi Sab-lammootaa marsaa 20ffaa

Daawwii Ministeerotaa

Kabaja Ayyaanaa Sabaafi Sab-lammootaa marsaa 20ffaa

Kabaja Ayyaanaa Sabaafi Sab-lammootaa marsaa 20ffaa

Jalqabbii Misooma Qamadii bonee

Rakkoo Hanqina Bishaan Dhugaatii Magalaa Sanbateetti Mudate Akka Furamuuf Jiraattoonni Gaafatan

Bulchiinsi Aanaa Jiillee Konfaransii Nageenyaa Aanota Ollaa Affaar waliin adeemsifame

Aanaa Jiilleetti Rakkoo Hanqina Bishaan Dhugaatii Furuuf Hojjatamaa Jiraachuu Ibsame

Barataa Kutaa 8ffaa M/B/ Wasanqurqur Ahimad M/d Hojii Kalaqaa Hojjateefi Yaada Isaa

Ergaa Bulchaa Godinaa Obbo Ahimad Alii Konfaransii Nageenyaa Aanota ollaa Affaar waliin adeemsifame

Rakkoo Daandii Ganda Baalcii

Turtii Mummichi Ministira🇪🇹 Dr. Abiy Ahmed Ummata Walloo waliin Magaala Kamiseetti taasise- 6/3/2018

Miseenssoota shanee waamicha mootummaan taasise dhagahuun karaa nagahaan harka kennan

Miseenssoota shanee waamicha mootummaan taasise dhagahuun karaa nagahaan harka kennan.

Nagaa Kabachiistota Aanaa Jiillee fi Magaalaa Sanbatee

Aanaa Jiillee fi Magaalaa Sanbateetti Milishoota haaraa guyyoota 15'f leenjirra turan eebbisaman.

Aanaa Jiilleetti Manneen Yaalaa Haaraa Ijaaramaa Jiran

Qophii Qorumsa Biyyoolessaa- M/B/ Sanbatee Sad. 2ffaatti

Imala Baruufi Barsiisuu Hanqinoota M/B/ Sanbatee Sad.1ffaa

Fooramii Afa-Yaa'ota Aanotaafi Bul/ Magaalota Ollaa Waliin adeemsifame

Jiilleefi Sanbateetti Sagantaa Baniinsa Leenjii Milishaa Nagaa Kabachiisaa Haaraa Marsaa 3ffaa

Gulantaa Guddina Komaandaraaf Ergaa Galateeffanna Ajajaa Poolisii Aanaa Jiillee Kom. M/d Ali dabarse

Biifaa Qoricha Keemikaalaa Hoomaa Simbirroo Mudateef adeemsifame

Simannaa Komaandar Mahammad Aliif taasifame

Oomisha Misooma Midhaanii Ganda Qoodamaa

Sagantaa Eebba Huffaazotaa Magaalaa Sanbateetti taasifame

Guyyaa Kabaja Alaabaa Biyyoolessaa 18ffaa Irratti Sagantaa Kabaja Alaabaaf Waadaa Galame;

Magaalaa Sanbateetti Festivaala Ispoortii Aanota ollaa waliin adeemsifameen Oduu qophaa'e

Festivaalaa Magaalaa Sanbatee Irratti Qophaa'e Irratti Sagantaa Sochii Qaamaa

Fiigicha Daandirraa

Nageenya Aanaa fi Ollaa Waaressuu Danda'mee Jira- Bulchaa Aanaa Obbo Alii Sayid

Hanqina Daree Barnootaa Furuuf Hojjataa Jira

Ethiopia #amhara #ethiopia #habesha #bbcafaanoromoo #army #nationalholiday #addisabeba #pp #ብልጽግና.

Miseensonni Harka Kennatan Maal Jedhan?........(Jaal Urjii, Jaal Waltaanaa fi Jemaal Aliy)👇

ethiopia #oromo #amhara #amazingfacts #trump.

Agarsiisa Teeknika Loltummaa Qaamolee Nageenyaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa

Hojiiwwaan Tola Ooltummaa Gannaa Kana Raawwataman Bifa Dokumentariitiin;- በ2017 የክረምት በጎ ስራዎች

Eebbisamuu Hidha Haaromsaatiin Gammachuu Guddaa Qabna Jechuun Jiraattonni Dubbatan

Eebbisamuu Hidha Abbayaa Ilaalchisuun Hawaasni Gammachuu yeroo ibsatu

bbcafaanoromoo #አባይግድብ #ethiopia #oromo #oromodance #ህዳሴግድብ #habesha.

Hiriira deeggarsa Uummataa Eebbisamuu Hidha Abbayaa Ilaalchisuun ba'ame irratti Sagantaa faaruu🇪🇹

oromodance #oromomusic #ethiopia #habasha #bbcafaanoromoo #amhara.

Aanaa Jiilleefi Magaalaa Sanbateetti Eebbisamuu Hidha Abbayaatin Hiriira Deeggarsa Uummataa Guddicha

Sagantaa Faaruu Biyyoolessaa Leenjii Gaggeessitoota Sadarkaa Jiranii

Qaammee-3/2017 Guyyaa Cichoominaa

Jaal Umar Jiillee Maal Jedhan.......?

Barnootaa fi Dubbisa

Daandii Haaraa Ganda Yaatuu Haga Hiddaa hojjatame

Hojii tola ooltummaatiin jalqabbii mana Mahammad Fardee

Hojii tola ooltummaatiin jalqabbii mana gootota biyyaaf wareegamee Ganda Baalciitti

Ijaarsa mana harka qalleeyyii

Duula ashaaraa Magariisaa akka biyyaatti Miliyoona Kuma 700 adeemsifame

Dhaabbii Ashaaraa Magariisaa

Oduu Ispoortii

Waamicha nageenyaa

Waamicha nageenyaa.

aadaa

afar 1

burqu

mezmur-መዝሙር

afar

Eebba Pirojektiiwwaan Bara Baajata 2017tti

Eebba #Pirojektiiwwaan #habesha #Oromo #wolooromo #አረንጓዴአሻራ #ኢትዮጵያ #ethiopia #addisabeba ...

በ2017 ዓ.ም በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ የተከናወኑ የልማት ፕሮጀክቶች

የልማትፕሮጀክት #ethiopianinvestment #ethiopianprojects #Ethio #jilleedhummuugaa #addisabeba #ethiopia ...

Eebbifamtoota Barattoota KG3 M/Barumsaa Najaashii Sanbatee

Hiriira Deeggarsa Uummataa Guddicha; Jiillee & Sanbatee

Marii Dhimma Nageenyaa fi Misoomaa Kilaastera Sadeen;

Sagantaa Faaruu Alaabaa Biyyoolessaa Hojjattoota Mootummaa Torbee 11ffaa- Waxabajjii-16/2017💥

በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ግብርና ጽ/ቤት በCALM P4R ድጋፍ ንብ የማነብ ስራ

በጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ግብርና ጽ/ቤት በCALM P4R ከሚደገፊ ተፋሰሶች #best #news #bbcafaanoromoo #habesha ...

Nageenya Aanichaa Mirkaneessuu Danda'ameera Jedhan Bulchaa Duree Aanaa Jiillee Obbo Alii Sayid

Salaata Iidal-Adahaa 1446ffaa Ganda Wasanqurqur

Daandii Haaraa Ganda Awulaal Sulula Qorroo Haga Wuraameedaa

Carraa Hojii Dargaggootaat Uumame

Daandii Haaraa Qorroo_A/Kaarrayyuu #best #jillecomunication #subscribe

Bo'oo Galaanaa

Pirojektii Aanichaa

Oomisha Misooma Boqqolloo Ganda Maruwwaa-Hadaree-2017

Pirojektoota Kanaalii Jallisii Hojjatamanii fi Yaada Uummata Xuquree

Nageenyaa fi Tokkummaa Godinoota Ollaa Waliin Jiru;

Misooma Sululaa Fayyadamoo Ta'uu Jiraattonni Aanichaa Dubbatan

Daawwii Pirojektoota Aanichaa Kan 2017

Tajaajila Wabii Fayyaa Hawaasummaa

Rakkoo Hanqina Bishaan Dhugaatii

Misooma Qonnaa Ganda #Wasanqurqur

Qotee Bultoonni Aanaa Jiillee Dhummuugaa Misooma Jallisiin Fayyadamaa Jiraachuu Ibsanii jiru

Qaamolee Waamicha Nageenyaa Fudhachuun Galan Waliin Marii fi Daawwii Dirree Taasifame;

Ganda Muxxee-Facaatti; Oomisha Kuduraa fi Muduraa Marsaa 2ffaa-

Wixinee Labsii Itti Fayyadama Lafa Baadiyyaa

12 April 2025

Jalqabbii Lafa Qonnaa Sababa Rakkoo Nageeyaatiin Bule Irratti;

Aanota Ollaa Waliin Jalqabiinsa Lafa Qonnaa Sababa Rakkoo Nageenyaatiin Bulee Turee;

Sassaabbii Oomisha Qamadii Bonee Bara 2017 Ganda Allaalaa

የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ መንግስት ሰራተኞች ከስራ በፊት የኢትዮጵያ ህዝብ መዝሙር ሲዘምሩ

Ethiopia #EthiopianNationalAntem #AddisAbeba #AbeyAhmed #Mezmur #ethiomuslim.

8 April 2025

8 April 2025

8 April 2025

8 April 2025

Ergaa Bulchaa Olaanaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Obbo Alii Sayid

ethiopian #ethiomuslim #green #habesha #amhara #ebs #habeshatiktok #iftar #motivation #oromo #rem...

Ramdan Iftar program in Baxe town(Jille Dhummuugaa woreda)

Iftar #Ramadnkerim #green #habesha #motivation #ebs #ethiomuslim #habeshatiktok #amhara #oromo.

Best speechs of the year

የኦሮሞ ብ/አስተዳደር እና ሰሜን ሸዋ ዞን አጎራባች ወረዳዎች ኢፍጠር ፕሮግራም