Bulchiinsa Aanaa Jillee Dhummuugaatti mataduree "๐๐๐๐๐๐จ๐จ ๐๐๐๐ซ๐๐ซ๐ ๐๐ฅ๐๐ ๐๐ข ๐๐๐ฅ๐๐ ๐ ๐ข๐ง๐ฑ๐๐๐ฅ๐๐๐ฒ๐ฒ๐ข๐ข ๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐จ๐จ ๐๐จ๐ฅ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง, ๐๐๐ ๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐ข ๐๐ข๐ฌ๐จ๐จ๐ฆ๐ ๐๐๐๐ซ๐๐ ๐๐ข ๐๐ข๐ซ๐ค๐๐ง๐๐๐ฌ๐ฌ๐ข๐ง๐!โ jedhuun waltajjii marii gaggeessitoota waliigalaa aanichaa waliin gaggeeffamaa jira.
Waltajjii marii kana irratti dhimmoota yeroo ammaa kan biyyaalessaa fi naannoo irratti sanadni kaโumsaa I/G/ Paartii Badaadhinaa Aanaa Obbo Alii Mahammadin kan dhiyaate yoo taโu, sanadichaanis dhimmoota ijoo ta'an, tarkaanfiiwwan gaarii gaaffii buโuraa uummata aanichaa deebisuu fi misooma mirkaneessuuf jalqabaman, hojiiwwan gurguddoo finxaleeyyii laamshessuuf hojjetaman akkasuma dhimmoota ijoo kallattii raawwannaa fuuladuraa irratti ni barbaachisu jedhaman ibsamaniiru.
Sanada dhihaate ka'umsa godhachuun saganticha bakka Bulchaa Olaanaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Obboo Alii Sayi fi I/G/ Paartii Badhaadhinaa Aanaa Obbo Alii Mahammad dursanitti marichi adeemsifamaa jira.