Bulchiinsa Maagaalaa Sanbateetti Sagantaan Hojii Tola Ooltummaa Gannaa Gurmaa'ina Dubartootatiin Guyyaa Har'aa Adeemsifame. Sanbatee-Adoolessa, 07/2018(Koominikeeshinii Jiillee)
Bulchiinsa Maagaalaa Sanbateetti Sagantaan Hojii Tola Ooltummaa Gannaa Gurmaa'ina Dubartootaa magaalichaan Huccuu Dadhabdoota Miicuu fi Sagantaan gargarsaa maaddii qooddachuu Adeemsifamee jira,
Sagantaa kanarratti I/Gtu Waajjira Dhimma Dubartoota, Dargaggootaa fi Daaimmanii Aanaa Jiillee Dhummuugaa Aadde Faaxumaa Sayid argamanii Jiru.